07/12/2025
I am with My Son!
Mee naaf Ebbissaa!
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hirpho Tasha, College & University, Addis Ababa.
07/12/2025
I am with My Son!
Mee naaf Ebbissaa!
12/04/2025
โGaafilee 15n kan ๐๐ถ๐ฟ๐ถ๐๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ผ๐ป๐ป๐ถ deebii isaa goonkumaa argachuu hin dandeenye.โ Ustaaz Ifaa Dhugaa tiin
๐ 1. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo taโe, akkamitti (Maarqos 1:35) irratti, ganama bariin ka'ee, iddoo namni hin jirree dhaqee, Rabbiin kadhachuun isaa gabaafame.
๐ 2. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Yohannis 18:22) keessatti, qondaalota keessaa tokkoon rukutame. Namni Rabbiin rukutuu ni danda'aa.
๐ 3. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Maarqos 15:34) irratti, sagalee guddaadhaan, โElo'ii, Elo'ii lamaa sabaktanii?โ Rabbii koo, Rabbii koo maaliif na dhiifte?โ jedhee Rabbii isaa waammata.
Yoo Yesus Rabbiin ta'e, Rabbiin Yesus Kiristos itti iyye sun kami laata?
๐ 4. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Yohaannis 8:28) irratti, ofiin homaa hojjechuu hin dandeenyee fi qaamni isa erge isa wajjiin yeroo hundumaa jiraachuu dubbataree.
Yoo Yesus Kiristos Rabbiin ta'e, akkamitti waan fedhe gochuu hin dandeenyeree?
๐ 5. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Yohaannis 14:28) irratti, abbaan na caala'o. jedha.
๐ 6. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Luqaas 23:46) irratti, sagalee guddaadhaan iyyee, โYaa abbaa ko, hafuura koo harka keettan kennadha!โ jedha.
๐ 7. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo taโe, akkamitti (Maarqos 10:18) irratti, โMaaliif gaarii naan jettuu? Rabbii isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru jedha.
๐ 8. akkasumas akkamitti (Luqaas 18:19) irratti: โMaaliif gaarii naan jettu? Rabbii isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru jedheree.
๐ 9. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti (Yohannis 20:17) irratti, โAni gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Rabbii kootii fi Rabbii keessaniitti ol nan ba'aโ jedheree.
๐ 10. Yesus Kiristos; Rabbii cubbuu dhiifama godhu yoo ta'e, akkamitti yeroo nuti jal'anne (Luqaas 23:34) irratti: โYaa abbaa, waan godhan hin beekani'o isaaniif dhiisi!โ jedhaa.
๐ 11. Yesus Kiristos; Rabbiin yoo ta'e, akkamitti
12/12/2024
"แแแแ แฐแซแฝ แแแ แแ"
๐ต๐ต๐ต๐ต๐ต๐ต๐ต๐ต
แ แถ แแฐแ แแดแ แแ แจแ แฐแ แจแฐแ แแแชแ แ แแแแตแต แตแซ แจแแฐแณแฐแฉ แฒแแ แซแแแต แ แซแต แแซแต แแฒแ
แฃแแ แแธแ แ
แแ แแญแแซแต แ แ แฐแ แชแแซแ แแตแแณแแ แ แ แฒแต แ แ แฃ แจแฐแแซแฉ แแตแแณแแฝ แ แแณแจแ แแญ แจแแฉ แฒแแ แจแ
แแแธแ แแแแฑ แฃแแแปแแธแ แฅแ แ
แแแธแแ แ แแฐแต แฅแจแฐแฃแฃแฐ แ แแแฑ แ แ แแ แแ
แต แ
แญแแแธแ แแฐ แแช แแแญ แ แแแต แจแแ
แ แแแฅ 'Stem Cell Transplant' แแตแจแ แฅแแณแแฃแธแ แ แฅแแญ แ แแ แ แแตแแณแ แจแแชแแฝ แฆแญแต แ แณแแแ::
แ แแแแ แแแ
แ
แญแแ แจแแแแแ แแแแฅ แจแแฐแแ แจแ แ
แแธแ แ แแญ แแ แ แแแแฑ แ แแฃแ แจแฅแญแณแณ แญแฅแญแฅ แแตแจแ แ แ
แ แ แตแแแแ แ
แญแแณแธแแ แ แ แแ
แแแต แแณแฐแ แแณแ แ แแแ แแแแ แฐแซแฝ แแแ แแแ แแแ
แ แแแแแต แ แฐแจแแฑ แ แแจแฐแแต แฃแแฎแฝแ แจแฃแแญ แแณแฅ แแฅแฎแฝ
(CBE 1000662352555)
(Awash Bank 013200812893100),
(Siinqee Bank 1078041090115),
(CooperativeBank (CBO) 1000300340451),
(Abyssinia210854948),
(Oromia (OIB)1102030100001), Hassen Hussen &or Mamo Tusi &or Dr. Tulu Kurki
แ แแแต แจแ แฉแแฝแแ แจแแแแฅ แตแแ แ แแตแณแฐแญแแแธแ แ แ แแ
แตแ แฅแแ แญแแแแกแก
10/12/2024
GARGAARSA MAALLAQAA WALโAANSA FAYYAAF GAAFACHUU TAโA.
๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด๐ด
Jaallatamtoonni Hundi, Obboleessa keenya Hassen Huseen Haji nama ganna 43 jiraataa magaalaa Aselaa, Ethiopia, yaala fayyaa isaatiif gargaarsa keessan kabaja waliin isin gaafachuuf barreessaa jirra.
Hir'ina dhiigaa fi dhibeen โepistaxisโ jedhamu fayyaa isaa irratti dhiibbaa guddaa geessaa akka jiru Doktoroonni Hospitaala Xiqur Anbassaa adda baasaniiru. Gareen Doktoroota Hospitaalichaa carraa fayyaa argachuuf biyya alaatti yaala dabalataa akka isa barbaachisu gorsaniiru.
Haa taโu malee, sababa hanqina maallaqaatiin baasii biyya alaatti yaalaaf isa barbaachisuuf rakkatee jira. Baasii wal'aansa isaa hamma taโe deeggaruuf gargaarsa keessan barbaadaa jirra. Gaheessa umrii isaa hin quufin kan buโaa guddaa biyyaa buuse kana maqaa Rabbiitiin baraarudhaaf Waan isin nuu arjoomtan xiqqoollee hin tuffannu. Nu bira dhaabadhaa.
Obbo Hasan Huseen, Yuunivarsiitii Haramayaa irraa digrii 1ffaa fi 2ffaan โBachlor of Science in Agricultural Extension fi MBAโn eebbifameera.
Waggoota hedduudhaaf ummata isaa tajaajilaa tureera. Harar keessatti qondaala misooma hawaasummaa ta'uun RCST hojjateera. Harar aanaa Midhaagaa Tolaatti akka Project specialist fi hogganaa tiimii projektichaa ta'uun tajaajileera. Akkasumas garee deeggarsa sochootuu misooma hawaasaatiin kan hoogganamu qondaala misoomaa taโuun RPCUn akka ofisara EFSMtti bakka buโee tajaajileera. Garee Deeggarsa sochoโaa taโee, Hararitti qondaala Koorniyaa fi Hiyyummaa hir'isuutti hojjateera. Akkasumas Zoonii Baaleetti Ofisara Leenjii Sirna Akeekkachiisa Duraa taโuun kan tajaajilan yoo taโu, Kolleejjii Boqojjiitti ATVET keessatti Barsiisaa taโuun tajaajilaniiru.
Nama guddaa fi qabeenya biyyaa taโe kanaaf gargaarsa yeroo rakkisaa kana keessatti nuu gootaniif baay'ee galatoomaa.
Miseensonni garee maqaa isaaniitiin herregni baankii baname: 1. Obbo Hasan Huseen Hajjii (dhukkubsataa); Dr Tulluu Kurkii, Kab. Obbo Maammoo Tusii.
Akkaawuntiin: 1000662352555 CBE;
013200812893100 Baankii Awaash;
1078041090115 Baankii Sinqee;
1000300340451 COOP Oromiyaa;
210854948 Baankii Abisiiniyaa;
1102030100001 Oromiyaa OIB.
07/11/2024
In Japan, falling asleep at work doesnโt get you fired. In fact, taking time to nap is considered a courtesy and a sign of diligence by employers.
Jaappaan keessatti hojiitti hirriba rafuun hojii irraa si hin ariโu. Dhugaa dubbachuuf, hirribaaf yeroo fudhachuun hojjechiistota biratti akka kabajaa fi mallattoo ciminaatti ilaalama.