Maggaabi Ayilaaf bsa Iyyaasuu Fiqaaduu

Maggaabi Ayilaaf bsa Iyyaasuu Fiqaaduu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Maggaabi Ayilaaf bsa Iyyaasuu Fiqaaduu, Tutor/Teacher, Addis Ababa.

10/01/2023

Kkkk mudannoo Baajaajii keessaa
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu

Maaloo dhugaa an ammayyuu kolfaan Jira dhugaa

"Tokko Baajaajii keessaa namatti himatti na cina teessee maaloo waanuman tahee jette
An Ayyaanni inni kun Isa Mulluu mulleessan se'een Boqolloo Taaffagee(Tumee) Ibiddarra kaa'ee warra ollaakoo bira deemee isin Mulluu yoomitti waamtu akka walirra
hin buuneef Mulluu an irra kaa'eera jennaan natti kolfanii maal ayyaanni inni kun Faasikaa mitiim Gannaadha dhaloota gooftaatiim Nan jedhan" jette wayyoogaa namni ayyaana hinqabne ayyaana ollaan jiraatu hin affareem(ni qaana'eem ) an dhugaa immimmaan buuseen kolfe.
Kanaafan nagaa ooltee jedheen animmoo qalbiin waan jiru nat hin fakkatne
Hub amantaan dubartii kanaa protestant dha baayeen keessan waan hin hubatneef isheen osoo ortodoksii taateemmaa akkam wallaalti

05/01/2023

Maaliif maariyaamiin galateeffattu jedhamnee kan gaafatamnu yoo tahe
Deebiisaa Gabri'eeliin gaafadhaa!!! Nuti isarraa barreeti

23/12/2022

MUCATTIIHOO AKKAM GOOTE?
Gaazexeessaa Keeven Kaarter jedhama. Lammii Afrikaa Kibbaa ture. Beela guddaa bara 1993 (ALA) Sudaan Kibbaa mudate irratti jila Mootummoonni Gamtooman gara sanatti tola-ooltummaaf erge waliin achitti imale.
Guyyoota keessaa gaaf tokko suura armaan gadii kana kaase. Beelli itti jabaannaan mucaa mataa isaa baachuu dadhabee lafatti gombifamee jiruu fi mucicha nyaachuuf gobocor du’a isaa eeggatu. Dhuguma dubbachuuf suura garaa nama nyaatu ture. Mucichi dadhabeera. Deggersa nyaataa argachuudhaa yoo baate umuriin inni addunyaa kana irraa qabu xumurameera. Gad jedhee hafuura dhumaa baafachuuf jechaa jira. Foon lafee isaa irraa dhumee lafee qofa ta’eera. Umurii itti qofaa ta’uun hin malleefitti qofaa isaa bakkee irra jira. Rakkoo hamtuu sana irraa kan ka’e yeroo malee bobaa harmee isaa jalaa ba’eera. Walumaa galatti, kana booda jireenyaaf abdii hin qabu.
Suurri kunis yeroo muraasa keessatti dhimma guddaa addunyaa kan dubbachiisu ta’uu danda’e. Kaafamee ji’oota muraasa booda baruma 1993 (ALA) gaazexaa Niwu Yoorki Taayimsitti gurguramee maxxanfame. Guutummaa addunyaa irratti namoota hedduu qaqqabe. Badhaasa gurguddaas injifate, Keever Kaarter beekamtii fi ajaa’ibsiifannaa guddaa argate.
Gaaf tokko ibsa gaazexaa inni gaazexessitootaaf kenne irratti ture egaa gaazexeessaan tokko gaaffii inni hin eegin kan isa gaafate. Gaaffiin kun kallattii jireenya isaa guutummaatti jijjiirte. Gaaffii inni irraa hafuu hin dandeenye turte.
Gaaffiin sunis, “Mucattiinhoo akkam taate? Oolchiteettaa?” kan jettu turte. Battalummatti naasuun isa weerare. Qaamni isaa dafqaan dhiqame. Ija babaase. Dubbachuuf jecha dhabe. Afaantu hidhame. Achuma taa’ee yaadaan ganda beelaan miidhamte kan Sudaan Kibbaatti argamtutti imale. Namichi gaaffii sana gaafate garuu biraa hin hafne, Yeroo lammaffaa gaaffittii itti darbate, “Siinan jedhaam!” jedhe, Mucaa xiqqoo sana oolchitee? Moo suura ishee qofa fiddee dhufte?” Sana caalaa achi turuu hin dandeenye. Miira isaa to’achuu dadhabe.....

22/12/2022

Egaa maal goonaree....

17/12/2022

Guyyaa hardhaa balaa konkolaate magaalaa gimbii keessatti uumameen lubbuun isaa darbe lubbuukee ha maaru jedhaani Abbaan beektan maatitti himaa

09/12/2022
08/12/2022

1phexiros3:15
"Gaaffi gaafatamteef deebi tahi "
Gaaffiwwan fuula Fb kanarra argeefan deebi laadha waaqayyo na wajjin ha tahu
1ffa ergamaaf sagadi kanjedhu wangeelarra eessa jiraa?
sagadi bakka 2tti qoodama tokko sagada waaqummati innibiroon kan kennaati qulqullotaf ergamootaf kantahu kankennaati namootni gaaffi isaankaasan Gabriel gaafa yohannis sagadu naaf hin sagadin anis atis garbicha waaqayoti jedhe jedhu dhugaadha garuu maafjedhee? mul 18:1 kaastani yo dubbistan seena kana argitu kan inni jedheefis yohannis abdii dur Itti himameef ibsuufi barbaadeti :1 kaase yohannis dubartootarra kan dhalatan keessa kan akka yohannis hinjiru jedha
kanbiroommo yohannisin hinduutu gaafa gooftankeenya ittin jedhu barattotni gungumani kanaaf ergamani kasoominan Itti dubbate eshi naf hinsagadin erga ittinjedhe maaf mul22:8 irratti dabalee sagadeefiree? ergamichi ergaasa gaafa dide Zakkaariyasin rukuteera duudaa isa taasise :12-18 maaf isammo hinrukutneree? kana qofa miti Maanuhen sagadeera M.A.Firdi 13:1-14
sagadeera ergamaaf S.Umama19:1-18
sagadeera .umama18:1-7
Daani'el sagadeera Dan10:21,9:13 irratti
_2ffaa maaf mana qulqullumma dhungatnaa? s.bahu30:1 s.bah20:1 kaase yeroo mana qulqullumma ijaarte xumurtu dibata qulqulluu dibi jedha ~dibatichi maalgodharee?
:13 isin keessa namni dhukubsate jiraa? inni luboota ha waamsifatu ~dibata dibani ha kadhataniif *dibatichis dhukubasaarra infayisa cubbusaarra inqulqulleessa jedha
~kanaafu dibati gaafa eebba manicha dibame dhukubarra nu Fayisa cubbuurra nu qulqulleessa kanaaf dhungatna
~3ffaa maariyamiif sagadi kanjedhu jiraay? eeyye jira situ hin argine malee :23 warra si jibban nanjibba foonsani nyaachise dhiigasani nan obaasa isaan miillaketti kufani awwara in arraabu jedha :14 miillakeetti kufani siif sagadu
(132):7 iddo miillisa ejjete hundatti sagada jedha inni garaa maariyami keessa ejjeteera kanaafidha kutaa biroon walitti deebina eebbifamaa

04/12/2022

Amen amen amen

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Culinary Team

Attire

Telephone

Website

Address


Addis Ababa