Oromobiblestudy

Oromobiblestudy

Share

Oromobiblestudy Page Macaafa Qulqulluu irraa barattan, Akkasumas gaaffiiwwan adda addaa macaafa qulq

12/04/2026

“Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa!”
— Mat. 28:6

Du'aa Ka'uu

28/03/2026

“Isin warra fo'aman, warra Waaqayyoof qulqullaa'an, warra jaallatamanis erga taatanii, araara garaa keessaa dhufu, gaarummaa, gad of deebisuu, garraamummaa, obsas akka uffataatti uffadhaatii keessa jiraadhaa!”
— Qol. 3:12

Barumsa Afuuraa Kiristaanaa (Christian Theology) - Oromo Bible Study 24/03/2026

Jireenya Kiristummaa keessatti gaaffiilee qabnuuf Macaafa Qulqulluu keessaa deebii quubsaa argachuuf Teolojiin baay'ee barbaachisaadha. Barnoonni kun balbala beekumsaa haaraa isiniif bana. Obboloota keessan biroofis 'Share' gochuun qoodaa!

Guutuu isaa asirratti argattu:
-bible-study

Barumsa Afuuraa Kiristaanaa (Christian Theology) - Oromo Bible Study 1. Kaayyoo Koorisichaa(course Objective) Akkuma armaan olitti caqasnetti kaayyoon dhaabbata keenya Oromobiblestudy mul‘atni isaa inni guddaan duuka buutota Yesuus qopheessuun isaan immoo duuka buutota kan biroo qopheessuu akka danda‘an gochuu dha. Haala kanaan kaayyoon koorsii kanaa kanneen a...

19/03/2026
11/03/2026

“Namni harki isaa ba'eessa godhee hojjetu in mo'a, namni harki isaa dhibaa'u garuu, garbicha namaa in ta'a;” — Fak. 12:24

Adeemsi hoggansaa maqaa qofaan miti; inni bu’aa carraaqqii walitti fufiinsa qabuu fi naamuusa (discipline) dha. Hojii keenya guyyaa guyyaa keessatti yoo dhimminne, dhibbaa uumuu fi bulchuuf mirga ni arganna.

Xiyyeeffannoo kee eeggadhu, dhimmiis hojjedhu, hojiin kee guddina keetiif karaa haa saaqu.

29/11/2025

“Wanti hamaan nama qajeelaatti in baay'ata, Waaqayyo garuu kana hundumaa keessaa isa in baasa.”
— Far. 34:19

Yesuus Waaqa moo nama? 06/07/2025

Yesuus Waaqa moo nama?

Yesuus Waaqa moo nama? Waaqummaa Kiristoos ( The Deity of Christ)
Barsiisni sobaa/Herecy Waaqummaa fi namummaa Yesuus ilaalchisee seenaa Waldaa kiristaanaa bara durii keessatti hedduun ka’anii turan.haa ta’u malee ganiinsa waaqummaa isaa tu caala namummaa isaa caalaa. Waaqummaa fi namummaan Yesuus haala mijaana isaa eeggateen eegamuu akka qabu barreestoonni Kakuu Haaraa baay’een isaanii wabii dha, barsiisa sobaa dhorkuuf.

Wabiilee cimaan GooftaaYesuus Kiristoos Waaqa ta’uu ibsan amaloota Waaqummaa,Maqaa Waaqummaa, hojii waaqummaa, Waaqeffannaa Waaqummaa, akka Waaqatti waan isaaf ta’anii fi walitti dhufeenya isaa wajjiinii akka Waaqaa tti.

A. Amaloota Waaqummaa Isaaf Ta’an a.
Amaloota Addaa
a) Barabaraan jiraachuu (Eternal Being):-ilma ta’uun Yesuus kan barabaraatti sadan tokkummaa Waaqaa keessatti.Yesuus dubbatee ture akka Waaqa abbaa wajjiin turee fi Waaqa irraa gad dhufe. (Yoh.1:1-3; 6:33,41, 50-62, Rome.1;20, Mat.3:11, Ibr.7:1-4).

Yesuus Waaqa moo nama? Yesuus Kiristoos Waaqa akkasumas ilma Waaqayyoo akka ta’e Macaafni Qulqulluun ifatti dubbata. Kana qofas osoo hin taane yeroo tookichatti Kiritoos Waaqa fi nama

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Addis Ababa