Mandi manasibu

Mandi manasibu

Share

Gargaarsa harka qalleeyyii Mandii Biyya Eebbaa Maatiwos

06/12/2018

Warri taayitaa qabeenyaa dhuunfaa seetan dhuma lafaa geessaniittuu baraa

15/11/2018

Gootni keenya abbaan qeerroo Bor biyya gootaa biyya Eebbaa Maatiwos faa ,Biraanuu malkaa faa
MANDII
Bor ganamaan wal agarra
Qeerroo

11/11/2018

Yeroon kun murteessaadha
Tokkummaan walfaana akka nama tokkootti yaaduun dirqama
Dubbiin gara maqalee dsrbatamaa jiru natti hin tolle

25/10/2018

Oromoon sodaatu golatti haagaltu
Tigiree afaan ajooftu sodaachuun qaaniidha
Waanan jedheefan qaba

21/10/2018

በሀገር መከላከያና በኦሮሞ ሕዝብ መሀል የሻከረ ገንኝነት ነው ያለው
ጥርጣሬው የመጣ በቤንሻንጉል በኩል ኦሮሞን እየገደለ ያሉ.....

18/10/2018

መንዲ ጋፈ ጢቂ
ጀባdha እጆሌ ኦሮሞ
Baranuma qulqulleessinaa biyya keenya shaanqillaammoo hin tuqiinaa wallaaltuudha
Kan numiidhe ishee miti duddashe duuba waatu ture
Amma wabtichi kufeera shaanqallaa wajjin fuulduratti deemna

05/10/2018

Borii kaasnee gara beneshanhulitti deebinee wal laalla
Mandii
Najjoo
Qiltukaarraa
Gimbii
Biilaa
Naqamte
Giddaa ayyaanaa
Galiilaa
Haroo
Naannoon beneshaanguliin daangessitan hundi amma dhiiga keenya dhangala,e falmachuuf amma kaa,aa
Girraacha ija sadii himachuu hin qabnu

03/10/2018

Baga Gammaddan Mandii
Dhalataa ganda buukee hernnaa kan ta.e injiiner kifilee Horoo
Ittigaafatamaa hidha Abbayyaa ta.ee dhufaa jira

30/09/2018

ከ መነሲቡ ትኩስ ወረ
ዛሬ በቆንጮ ወረዳ ጉሙዝ ኦሮሞ ላይ ቱክስ ከፍታለች
የችግሩ መነሻ አልተረጋገጠም
guyyaa harraa uummani gumuz uummata oromoo waliin jiraataa ture irratti dhukaasaa ooluun dhagaa,amaa jira.
Nagaan garuu nibbarbaachisa uummata lamaanuufuu
Ta.uu baannan bookee gurra arbaa lixxee ta,uuf deema dubbiin

30/09/2018

እሬስ ኬኛ እሬ ኬኛ
irreechi keenya irree keenya

28/09/2018

Yeroo ammas shaanqillaan karaa kamaashii lola uummata saasiggaa irrati bantee jirti kanaaf uummanni oromoo daangaa benedjangul jiran of eeggannoo cimaa gochaa warreen kara uummanni keenya miidhamaa jiru sana jirtanimmoo akka dirmattsniif

Oduu dhiisaa hojii hojjechaa
Sheer hin gidhiinaa

24/09/2018

There is invisible clash here around but shame to talk , after peace in the large oromia we will tell about berta

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address


Mandi
Addis Ababa