Waajjira Barnoota K/M/Galaan

Waajjira Barnoota K/M/Galaan Smart Education in Smart City-Shager

26/03/2024

Bitootessa 17,2016
Kutaa Magaalaa Galaanitti dhiyeessii oomisha aannani guddisuuf hojjetama jira.

🥕🥕🥕🥕🥕Hagayya Bara  2015         Gannaa manneen barnootaa Mootummaa fi dhuumfaa keessatti kennamaa jira."Smart_Education_...
19/08/2023

🥕🥕🥕🥕🥕Hagayya Bara 2015

Gannaa manneen barnootaa Mootummaa fi dhuumfaa keessatti kennamaa jira.
"Smart_Education_in_Smart_Education"

🖍🖍🖍🖍🖍Hagayya Bara 2015    Qonni Mana barumsaa mootummaa fi dhuunfaa keessatti adeemsifamaa jiru bu'aa guddaa buusee jira...
19/08/2023

🖍🖍🖍🖍🖍Hagayya Bara 2015

Qonni Mana barumsaa mootummaa fi dhuunfaa keessatti adeemsifamaa jiru bu'aa guddaa buusee jira.
"Smart_Education_in_smart_city"

✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️Hagayya Bara 2015 .  Barnoonni Bu'uuraa Ga'eessotaa haala gaariin buufata adda addaa irratti Tola ooltotaa...
19/08/2023

✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️Hagayya Bara 2015
.
Barnoonni Bu'uuraa Ga'eessotaa haala gaariin buufata adda addaa irratti Tola ooltotaa fi haala mijeessotaan kennamaa jira.
" "

🖍🖍🖍🖍🖍✍️✍️✍️Adoolessa 21 bara 2015   Barattoonni  .   🖊Barattoonni kutaa Magaalaa Galaan irraa qormaata Saayinsii Hawaasa...
28/07/2023

🖍🖍🖍🖍🖍✍️✍️✍️Adoolessa 21 bara 2015
Barattoonni .
🖊Barattoonni kutaa Magaalaa Galaan irraa qormaata Saayinsii Hawaasaa fudhachuuf gara yuniversitii ASTU(Deeman)Qormaata isaanii karaa nagaa ta'een xumuruun gara mana isaanii deebi'uu isaanii I/G Waajjira Barnoota kutaa Magaalaa Galaan kan ta'an Obbo Gaaddisaa_Raggaasaa Beeksisanii jiru.
🖊 Dabalataanis Guyyaa Boruu Barattoonni Saayinsii Uumamamaa gara Yuniversitii Waraabee kan geeffaman ta'uu ibsanii jiru.
🖊Dhuma irratti waaqa nu gargaaree fi qaamolee nu deeggaran galatoonfatanii jiru.

16/07/2023

Address

Gelan
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Barnoota K/M/Galaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share