Waaqeffattootaf

Waaqeffattootaf

Share

waa'ee amantii waaqeffanna barsiisuu akkasumas dhufaatii isaafii miidha isaanirra gahaa ture ifatti agarsiisuu

18/09/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! EngGelan Ahmed, Sh*tto Injiguu

11/07/2023

Waaqeffataa ta'uun abbaa waan ofii ta'uudha!! Of haa taanu

31/05/2023

Jirra jirtuu?

17/04/2023

Hordoftoonni garee kanaa akkam jirtu Mee yaadafi gaaffi qabdan nuun gahaa

05/11/2022

Jirra

02/11/2022

Akkam jirtu hordoftoonni page kana gidduutti baduu keenyaaf dhiifama sin gaafachaa waan keenya walbarsiisuuf qophiirra waan jiruuf share fi like gochuun nu hordofaa!!!

30/11/2018

Akkam jirtu warri page kana hordoftan nagaa keessanii? Dhiifama akka waadaa galletti sin keessummeessaa him jirru waan ta'eef
Ammaaf waan kana dubbisaa mee
Amantiin waaqeffannaa amantii biroo waliin hariiron inni qabuu
Amanti hunduu jiraachuu waaqatti ni amanu
Wanti gargar isaan taasisu garuu
1 waaqeffanna keessa wanti seexana jedhamu hin jiru
2 mootumma waaqayyoo,jennata,azaaba wanti jedhamus hin jiru
3 yoo cubbuu hoiiette badii keef lafuma irratti adabamta malee erga duute ekeraa keetti taphata,ibidda bara baraan gubatta wanti jedhamu waaqeffanna keessa hin jiru!

15/06/2018

waaqeffataa ta'uun abba waan ofii ta'uudh

11/05/2018

qabiyyeewwan amantii waaqeffannaa
1 araara
2 eebba
3 jeekkarsa
4 gaaddisa marii
gaaddisni marii qabiyyee garaagaraa of keessaa qaba
1 barnoota warra abbaa oromoo
2 sagantaa bunaa
3 sagantaa baalchaa fi kan biroos of keessa qaba kan hafeef walitti deebina horaa bulaa!!

06/05/2018

Qapxiilee amantaa Waaqeffannaa gurguddoo
1 waaqeffataa ta'uun of ta'uudha
2 of ta'uun heera uumati
3 waaqeffataan waaqa isaa akkamitti ilaalaa
4 dhala namaa akkamitti ilaalaa
5 waan jiraa fi jiruu beeka
6 ittin bulmaanni waaqeffataa heera gadaa oromooti
7 soddomman uumaa ambaa
8 yakka waaqaa Lafaa
9 heera abbaa gadaa
10 hirbuu eeggata abbaa gadaa
11 mana yaala abbaa gadaa
12 saglan addunyaa
13 saglan eebbaa
14 saglan abaarsaa
15 saglan diinaa
16 walqixxummaa dhiira fi dubartii
17 yakka fooyyessa diinagdee
18 yakka malkaa lagaa
19 yakka dirree tikaa
20 yakka dhaddacha oromoo

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address


Bole
Addis Ababa