Baaroo Tumsaa maraatuun haa ajjefamuu, fayya-qabeessan haa ajjefamuu, jaalleewan isaan haa ajjefamuu, diinaan haa ajjefamuu; dhugaan turee fi jiru:
1. Qabsoo Oromoo Wagga baayye duudubatti deebiseera.
Kunimmo, dhaloonni kun akka uumamu taasise.
Dhaloota ajjeestu,dhaloota saamtu, dhaloota hattu kana uumee jira.
2. Gaggeessa qaroo akkasii deebiftee bakka hin buuftu.
3. Rakkoon Oromoo yeroo Hundumaa iyyuu alagaa caalaa Oromoo ta'u isaa ግልጽ dha🙂
maraatu miti warra jedhaniif, arrayyu maraata jirtu baraa.
Inni nama jabaa dha. Dhukkubu danda'a.
Dhaloonni kun osoo waa hin hojjetiin kan dhukkubu jira bar.
Maatii Lixa Biiftuu
Believe in your self, by taking any occasional risk's....Think as a team,not Individually!!
FB Kanarratti waa lamaan argee, na ajaa'ibe :
Sirbi garee duraan tokko ture, lamatti hire.
Gareewwan kunnin, duraan garee ummatatti agarsiisaa, jireenya qananii jiraatani dha. Uummanni ballan beela'es; dheebotes, du'es; jiraates, uffates;qulla deemes garee dhimma saba kanaa biraa agariisee bira kutu dha.
Ammammo lamatti qoodaman:
Garee 1ffaa:
Garee lellstoota .
Isaan kunnin kannen akka fi k.k.f dha.
Garee 2ffaa:
Garee jibbitoota .
Isaan kunnin immo, Oromoo biratti warra jaallatamuu barbaadani dha. Garuu, dhimma Oromoo hin qaban.
Mana dhaa warra ba'u miti.
Isaan kunnin immo:
Kannen amma haaloo ba'uuf dhiichisan kanneeni.
Lamaan ishiiyyu immo jala warra fiigaa ooltu dha.
Hunduu .
17/04/2026
♦️Yaadakoo
Hanga dhumaatti dubbisii hubadhu👇
'n Sirbisaa chigoon dabaalee akka sabaatti nu arrabse jennee yaada kaasaa jirra. Tole haa ta'u, asirratti xiqqoo yaadakoon kaasa👌
♦️ keenyaaf:- TEDYn artistiidha. Artistiin ammoo yaadaaf ilaalcha qabu (Miira, sirnaafi siyaasa) walaloofi yeedalloon dabaalee miira keessa isaa jiru baasee ibsata. Kun hojii gaariis ta'u badaa artistii sabaaf sablammiin kamiyyuu raawwatudha. Akkuma beekamu TEDY'n ammoo sabaan Amaara, durii kaasee ilaalchi fi hawwiin isaa sirna abbootii isaanii durii [biyya tokko (immiyyee), Afaan tokko (Amaariffa), amantii tokko (Ortho), siyaasa tokko (sirna minilik), Alaabaa tokko(💚💛❤️) fi olaantummaa saba tokkoo leellisa.
♦️Tole, akka sabaatti irraa duraan kan argattan turree amma kan dhabne jiraa? Dur nu leellisaa turee? Maal irraa eeggataa turtan? Maal jedhee akka siniif sirbu barbaaddan? Moo Oromoo gaafatee sirba baasuu qaba? Akka ciminakee sirbu yaaddaa? Moo akka siyaasaafi ilaalchakee jaallatu barbaadda? Maaliif Titiisa irraa damma eegda? Tole yaa ta'u ~ormi na jibbe jettanii kan boochan akkam Oromoon hoo Oromoo jaallataa jiraa? Ni kunuunsaa? Lammii koo jedhee harka walirra qabaa? Inni afaan tokko dubbataa dhiiga wal boochisu eenyu? FINFINNEE taa'ee Wallaggaatti, Shawaatti, Jimmatti, Gujiitti, Harargeetti, Arsii fi Baaleetti TEDY'tu Oromoo miidhee? Isatuu..... Lakki, simatuu suma miidhe. Utuu wal cabsituu, utuu wal jibbituu akkamitti Ormarraa jaalala eeggatteree? Dura tokkummaa uumi~wal jaalladhuu orma komadhu~Yoo wal cabsituu, Ormi sitti Caccabsa~Ormi duruu Ormaa~titiisarraa hin eegiin damma~Artiidhaaf Artiin deebisi, garuu budaa mana keessaa irra waraabessa bakkee wayyaa👌
♦️ :- TEDYn FINFINNEE walakkaa taa'ee Sirba isaa keessatti : Biyyatuu nurraa diigame, dadhabbii abboota keenyaatuu bade"~ jedhee sirbe. Tole eessa biyyi diigamte? Biyya isuma kanamoo bakka biraati? Mootummaan hoo jira moo hin jiru? qax goonee barcumarra keenyee utuu jirruu~Dadhabbiin abboota isaanii bishaanitti naqame sun isa kami? Biyya diigamteefi dadhabbii bade sana eenyuu gaafachuu danda'a?
♦️Walumaagalatti, Biyya alaabaafi aaasxaa mataa ishii qabdu keessatti TEDY'n 4K jala taa'ee alaabaa humna faallaa mootummaa dhaabatu ( ) 💚💛❤️ deebisna jechuun leelliseera. Akkamitti? Sodaatameetu moo tuffatameetu dhiifame? Amma utuu Oromootu alaabaa humna faallaa mootummaa fayyadame sirbe ta'ehoo? Akkasuma callifamaa? Seerri walirratti jabeessinu sun orma biratti maaliif laafe? "Madaa keenyatuu bakka bade malee silaa ni dhofkanna " jedhe J*ldeessi😔
Seerri haa kabajamuun dhaamsa kooti~SHARE👌
15/04/2026
Isaan kanaa warri jettan.
Kun lammi Ethiopia dhaa garuu?
Qoradhaa!
Bifti isaa kunoo warra fakkaatu.
I have never seen anyone like those men. The world is either religious or educated.
These are not human creatures.
14/04/2026
New news from the world:
Chimpanzee civil conflict in and .
07/04/2025
Gaaffi keessa kan na ajaa'ibe:
Isin maaluma beektuu?
Maal bulchaa jirtuu?
Amazing journalistic performance and the worse leadership ever
25/03/2025
Who is anti-Oromo and anti-Oromia? Is it only EBS or all broadcast media? Who is anti-our university?
25/03/2025
03/03/2025
Suggestion from Ethiopian intellectuals!
#creatorsearchinsights #ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #viral #foryou #አማራዬ💚💛❤አማራዬ💚💛❤ #amharatiktok💚💛❤️አማራ #ትግራይ 6045 followers, 6434 likes, 713 comments
ጠላታችን አማራ አይደለም። ትክክለኛ ጠላታችን #ወረዳን፣ ዞንን፣ ክልልንና ሀገርን የሚያስተዳድር የኦሮሞ ተወካይ ነው።
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
Addis Ababa