22/11/2024
Ganama ganama gola seenuu dura Ispoortii sasalphaa ,Dhiheessii waan dubbisanirraa, Dorgommii gaggabaabaa, Shakallii kalaqaalee, Gorsa fayyadama traafiikaa, Kallattii torbee barsiisotaa,Badhaasota milkaa,'inaa,to'annaa keessoo barsiisotaa dameelee muraasaa hegeree ijoollee keenyaatiif.
KOOTTAA WOLIIN WOYYAA
WABW.
16/11/2024
Hope your weekend is peaceful and surrounded by those you love ❤️❤️❤️
11/09/2024
Baga bara haareya geettan
28/03/2024
AKKAADAMII WALIIF DAMEE BISHOOFTUU....DHALOOTA QUBEE
LAMMII BIYYA BAATU MALEE LAMMII BIYYI BAATTU HIN OOMISHNU!Mana Barnootaa Waldaan Aksiyoona Barnootaa Waliif qabu keessaa dameen Bishooftu isa tokko yoo ta'u ...
28/03/2024
https://youtu.be/8nARQoVcmrc?si=pn90HPBE2JWnxUs5
🥰🥰 watch full video on our youtube channel