Ali Alisha Oro

Call Directions

Ali Alisha Oro Munaa Queen �

11/10/2026

🖤🥀 Yeroo Namni Si Jaallatu Callisu, Gaaffiin Guddaan: Si Jaalachuu Dhiisee Moo Si Eeggachuu Dadhabee?

Akka Saayikolojiitti…

Yeroo namni si jaallatu callisu, yeroo hunda si jaallachuu dhiise jechuu miti. Yeroo tokko tokko, callisuun isaa dadhabbii miiraa, abdii kutannaa ykn miira isaa ibsachuu dadhabuu irraa dhufuu danda’a.

Namni tokko yeroo dheeraaf waan isa miidhu dubbatee furmaata dhabu, suuta suutaan callisuu filachuu danda’a. Sababni isaa, onneen isaa jaalala dhabuu osoo hin taane, miidhamuu irra deddeebi'amee irraa boqonnaa barbaaduu ta’uu danda’a. 💔

Garuu dhugaan tokko jira: Callisuun isaa si jaallachuu dhiise jechuu miti; akkasumas si jaallachuu itti fufe jechuu mirkaneessuu hin danda’u.

Kanaaf, callisummaa isaa qofa irraa murtii hin kennin. Amala isaa, hojii isaa fi akkaataa inni si waliin dubbatu ilaali. Sababni dhugaan dubbii ifaa fi waliigaltee keessatti argama.

🥀 Gaaffii: Namni tokko si jaallatee garuu si irraa fagaachuu danda’aa, moo jaalalli dhugaan yeroo hunda nama waliin tura jetta?

09/10/2026

Ayyaanni duumeessa abbaa jalaa hin hafu Hireen rabbii qodaa Nasibaa koo waan dhabuu❤️🥀

09/10/2026

Namni Quxurii Ofii Hin Beekne nama miti👌
Bareeda uumaa

09/10/2026

Waa dubbattee balleessuu irra callisee Yoo sirrayyuu ta’ee caliste sireesu wayaa 🤌

ዝምታ ወርቅ ነው jedhen

09/10/2026

Hiriyaan dhugaa madda gammachuuti.
Hiriyyummaan dhugaa biqiltuu suuta guddatu yoo ta’u, maqaa kana argachuuf mirga argachuu isaa dura, Injjifannoota rakkinaa keessa darbuu fi dandamachuu qaba!.🫰

Hiriyoota Kiyya Wajjiin guyyaa garii turee!.💕🙏

09/10/2026

Waanti yaaddu naaf hin ifne 🌙
Si amanee sitti hin hafne 🤝

Na jibbitees waadaa hin ganne 💔
Lamuu hin dhufu naan hinjenne 🗣️
Abdii muree sirraa hin cinne ✨

Gidduu lafaatti rarraata'ee 🌎
Si jibbuudhaaf lafaa ka'ee 🚀
Jiraachufan du'aa ta'e! ⚰️

:¨·.·¨:
`·. MY love ❤️‍🔥🌿🤍

Sa eellaa feemasnii yo sin beeku jetteen si ajjeesa, arra ifiifuu artist dunii maammee sin beekuu jennaan na ajjeessuf k...
09/10/2026

Sa eellaa feemasnii yo sin beeku jetteen si ajjeesa, arra ifiifuu artist dunii maammee sin beekuu jennaan na ajjeessuf kaate. Yo rabbi isiniif hime feemasaan sin beeku hin ja’inaa hundaafuu mee deemaa laalaa YouTube kiyya jala kuno linkiin

Maati fi jaalatoonni kiyya, Baga nagaan karaa fuula Youtube Roza Yasin dhuftan. Hojiille keenya garagaraa yeroo yeroo dhaan asirrattii waan isiniif maxxansinuuf SUBSCRIBE godhuun nu hordofaa

09/10/2026

Ciisee nama dhiitaa laal
namni namarra jiru,
Eysaan dhaqa dheeysee
samiirra duraa hin bahuu,
Ciisee nama dhiitaa laal
namni namarra jiru,
Eysaan dhaga dheeysee
samiirra duraa hin koruu,
Gaarii uffadhee hin qabu qaamarraa,
Garaattiis nyaadhee hin gabbanne cooma,
Silaa akka namaatiin lubbuun tiyya duutee
Qabrii tiyya gubbaan Hadaamiin magartee Jeedhe Kabajamoo kiyaa Kedir Mertu

09/10/2026

Eenyummaan ilma namaa dhokhatee hin hafu, hanga fadhe Abbaan dhoysuuf yaalullee Guyyaa tokko jalaa numa baha

Nama hedduu Eega Eenyummaa Isaanii kan Dhugaa barree booda, Eenyummaa Isaanii kan sobaa San gaafa yaadannu baay’ee nu ajaa’iba

09/10/2026

Yeroon koo hamaa waan ta’eef amma callisee nan eega. Yeroon haa dhufu eenyu akka ani ta’e nan hima. 🖤🥀Kaayyoon keenya, “kanatu caala, saniitu caala” jechuun Oromoo wal dorgomsiisuu miti. Kaayyoon keenya, **uumamni Rabbii hundi tokko ta’uu isaa hubachiisuu fi jaalala, walqixxummaa fi tokkummaa babal’isuudha. ❤️🤝🏾
One Love — Jaalalli Tokko. ❤️

Address

Addis Ababa

Telephone

+251939032366

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ali Alisha Oro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category