Bire ODA

Bire ODA Private limited College University Bire ODA University planned to be opened in 2021 at Woliso to teach first degree and TVET

Unity for Development!
26/03/2023

Unity for Development!

Watch, follow, and discover more trending content.

30/08/2022

Gaddisa Dhugaa!

03/04/2022

Fb create Post jedha garuu omtuu naf hin ilaalu!

Kootaa baradhaa jenna!Come and learn any Field you like!
28/02/2022

Kootaa baradhaa jenna!
Come and learn any Field you like!

07/02/2022

dhali namaa gaafa dhalatu du'e. Guddate baratee jireenya isa foyyeffachuun immoo kan abbaati. Education is the key of lofe!

Fira fakkaatee Risaan Simbiraa nyaate.Namoonni waan isin galchinee inaafaf gubatani waan hin taanee haasawaan gaafa deeb...
17/01/2022

Fira fakkaatee Risaan Simbiraa nyaate.
Namoonni waan isin galchinee inaafaf gubatani waan hin taanee haasawaan gaafa deebii kennanif block godhan durumaanu eda sammuun isaani block kan taheef sanyii maalii maaltu nama gubba sanaayyi!?
Namoota akka kana irra mukti faayida heddu qaba. jala teessee aduu obaafata. nama nama itti guddate nyaateef keessatti mataa ol qabate deebi'ee fuula itti naanneeffatu kun jechaan ibsuun waan rakkisuuf barbachiisa tanan guyyaa lama keessatti kitaaba itti barreesina. Miliyoonan itti yaanee fb isaanif daaraa botoraa goona. Dhiisi lakki dhiisi lakki!

Barnootaan Malee jijjiiramni dhufu kamiyuu galma yaadame hin gahu. Kanaafuu Barnoota qulqullina qabu lammillee hundaaf g...
10/01/2022

Barnootaan Malee jijjiiramni dhufu kamiyuu galma yaadame hin gahu. Kanaafuu Barnoota qulqullina qabu lammillee hundaaf gahurratti cimnee haa hojjanu.

Page Bire ODA jedhama. Beekumsaaf hubannoo dhimma barnootaa irratti waliin qoodna.
06/01/2022

Page Bire ODA jedhama. Beekumsaaf hubannoo dhimma barnootaa irratti waliin qoodna.

BARATTOONNI KEENYA CARRAA GAARII JECHAA GUYYAA KANA AAGA NU HAA DHAGEESISU!
08/08/2019

BARATTOONNI KEENYA CARRAA GAARII JECHAA GUYYAA KANA AAGA NU HAA DHAGEESISU!

Address

Addis Ababa
04

Telephone

+251912661459

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bire ODA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Bire ODA:

Shortcuts

Share