15/11/2025
Maintenance
the more you stay away from things that harm your soul, the healthier you will be.
15/11/2025
15/11/2025
๐๐ฎ๐ฆ๐๐ง๐ข๐ญ๐ฒ ๐๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐
แจแฐแ แแญ โค๐ ๐
Dhalli namaa gaafa akka Master Abinet Kebede of qofaaf jiraachuu dhiisee isa biroofis jiraachuu fi dhukkubsachuu jalqabu inni nama jechuudha. Amantaan, sabaan nama filee hin beeku.
Master Abinet Kebede waggaa Dheeraaf Gara miidiyaa kana irratti hojii inni hojjetu nan arga, na ajaa'ba. Gaarummaan, garalaafummaan, fi namummaan isaan ibsamti yoon jedhe itti xiqqaata malee itti hin guddatu.
Madaa Namaa miiccee Kophee itti ka'a, nama boo'u waliin boo'ee, isa gadduu wajji gaddee, isa dhukkubsatuu wajji dhukkubsatee rakkoo isaaf furmaata ta'a. waanti nuti ciiggaanu ykn balfinu isatti homaa hin fakkaatu inni nama namummaa Gochaan ibseedha.
Rabbi Isa Haa Milkeessu, Waan Jaallatu ha kennuuf๐Fayyaa fi Umrii haa kennuuf. Heddu si jaalanna.
Nama kana Eebbisaamee
15/11/2025
๐๐๐ง๐ฎ๐ฆ๐
23/01/2025
the more you stay away from things that harm your soul, the healthier you will be.
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kebede Bejiga, Daandii Jaalala
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Website
Address
Addis Ababa