Bright Generation Academy

Bright Generation Academy Educational

24/04/2024
Bor ykn Sadaasa 30/03/2016 sa'aatii 6:30 irraa tti Wal-argaan Keenyi GGAO haata'u!!!
09/12/2023

Bor ykn Sadaasa 30/03/2016 sa'aatii 6:30 irraa tti Wal-argaan Keenyi GGAO haata'u!!!

Jaalatamoo sabakoo qaalii sagantaa Eebba guddaa kana irraa hin hafiina!!Wal-argaan Keenyi sanbata guddaa dura keenyaa Gi...
04/12/2023

Jaalatamoo sabakoo qaalii sagantaa Eebba guddaa kana irraa hin hafiina!!Wal-argaan Keenyi sanbata guddaa dura keenyaa Gidu Gala Aadaa Oromootti sa'aatii 6:30tti haata'u
Horaa bulaa!!!!

Eebba kitaabaa------------------------Jalqaba irratti kabajamoo saba keenya bal’aafi guddaa biyya keessaafi biyya alaa j...
26/11/2023

Eebba kitaabaa
------------------------
Jalqaba irratti kabajamoo saba keenya bal’aafi guddaa biyya keessaafi biyya alaa jiraattan hunda keessaniif nagaan waaqayyoo haa ta’u. nagaakootti aansuun kitaaba koo mata dureen isaa “milkaa’inni kee murtoo keeti” jedhu dhaloota jaarraa ammaa keessa jiraatan giddu- galeessa godhachuun akka irraa baratanii jijjiramaniif muuxannoofi beekumsa saayinsawaa argadhe irraatti hundaa’uun barreessee guyyaa eebbaaf qaqqabsiiseera.
Haaluma kanaan, guyyaan sirna eebbaa sadaasa 30/03/2016 ali yommuu ta’u, bakki eebbaa ammoo giddu gala aadaa oromoo magaalaa finfinneetti ta’ee sa’aatii eebbi itti eegalu 6:30 local time ta’a. Sagantaa kana irratti namoota gurguddoo, hayyoota Yuunivarsiitii adda addaafi artistoonni oromoo qaqqaaliin bakka argamanitti bifa hawwataafi duudhaa ummataa eeggateen qophaa’ee waan jiruuf dhaloonni keenya fagoofi dhiyoo jirtan waamicha kabajaa kana irratti akka argamtaniif isin kanan affeeru yommuu ta’u, akkuma kana hiriyyoota keessaniif bifa danda’ameen waamicha kabajaa kana naaf gahaan waamicha kooti!!!
Horaa bulaa!!!!!!!!!!!

17/11/2023

هل تظن أنك تستحق اقتناء سيارة مرسيدس 2023؟ امتلاك سيارة هو أمر رائع بحد ذاته، ويزداد جمالاً عندما تكون هذه السيارة من علامة تجارية معروفة

02/06/2023
15/04/2023

Bright Generation Academy

Address

AA
Addis Ababa
XX

Telephone

+251912811927

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bright Generation Academy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Bright Generation Academy:

Shortcuts

Share

Category