Haqaa Saba

Haqaa Saba

Share

Yes

Photos from Galaana Gaaromsaa's post 11/12/2025

Cong gaalo

28/09/2024
Ameerikaan waraanni mootummaa Oromiyaatti keessatti sarbama mirgaa geessisaa jira jette - ODM 17/09/2024

Waggaa hedduuf bulchiinsa waraanaa jala kan jirtu Oromiyaa keessatti waraanni mootummaa sarbama mirgaa geessisaa jiraachuu Ameerikaan ibsite.

Sarbamni mirgaa osoo raawwataa jiruu carraa al ergii qaraxarraa bilisaa Itoophiyaaf kennuu akka hin dandeenye ibsite.

Gabaasichi👇⬇️⬇️

Ameerikaan waraanni mootummaa Oromiyaatti keessatti sarbama mirgaa geessisaa jira jette - ODM Oromo Diaspora Media (ODM Inc.) is an independent, nonpartisan and nonprofit news organization whose purpose is to report on the wholesale livelihood engagement of the Oromo (Ethiopia) diaspora members in Minnesota and beyond, to provide a media platform for professionals to inform, teach and coach....

13/04/2024

Muddama Itoophiyaa fi Somaaliyaa tasgabbeessuuf Keeniyaan wixinee waliigaltee fayyadama handaara galanaa dhiyeessite

ODM: Eebla 12,2024

Erga yeroo dhiyoo asii muddama Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu uumame tasgabbeessuuf Keeniyaan yaada waliigaltee fayyadama handaara galaanaa dhiyeessuu qondaalli olaanoo biyyatti Kamisa kaleessaa Rooyitarsitti himan.

Itoophiyaan ulaa galaanaa buufata waraanaa dabalatee akka fayyadamtuuf Somaaliilaand wajjin waliigaluun Somaaliyaa wajjin muddama keessa galcheera.

Waliigalteen Keeniyaan dhiyeessaa jirtu kuni Jibuutii waliin marii taasisuun kan raawwatamaa jirudha. IGAD ammoo biyyooti ulaa galaanaa hin qabne, buufataalee galaanaa akkamiin daldalaaf fayyadamuu danda'u dhimma jedhu akka qajeelchu barreessaan olaanaa haajaa alaa Keeniyaa Kooriir Singoyi Rooyitarsitti himaniiru. “Somaaliyaa fi Itoophiyaan furmaata dhiyaate kana itti yaadaa jiru,” jedhan.

Yoo yaadni Keeniyaa kuni fudhamata argateef, ''Itoophiyaa qabeenya galaanaa haala tasgabbaa'aafi mirkana qabuun akka fayyadamtuuf, '' furamaata kenna. Kanas bilisummaa daangaa Somaaliyaatti otoo hin bu'iin akka raawwattu dandeessisa jedhameera.

Photos from Oromo Diaspora Media's post 13/04/2024
06/02/2024

Yaa baraa

Photos from Etika Teferi's post 18/10/2023

Olmaan sin Sabaa keessani hojjatan olaana dha yaadannoo bara bara sin yaadata 😭

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Addis Ababa