24/02/2026
#??????????????
??????????
??????
???
Karaalee milkaa'inaa
(Ways of success )
1 Ofitti Amanamummaa
2 Kaayyoo qabaachuu
24/02/2026
#??????????????
??????????
??????
???
10/04/2025
Eid Mubarak 2017 2025 1446
====================
Dubbistu malee biraa hin darbin. 🙏
1→Maalif akka dhalatte, of gaafadhuutii hubadhu!
2→Waaqa si uume sodaachuu dirqama kee godhadhu!
3→Kabajaa fi naamusa kee eeggadhu!
4→Kaayyoo kee irratti kutannoo fi murannoo qabaadhu!
5→Osoo rakkoon hin dhufin, waaqa kee yaadadhu!
6→Yemmuu balleesite, dafii dhiifama gaafadhu!
7→Jireenya injifachuuf dursa ofiikee injifadhu!
8→Rabbii kee kadhachuu; amala taasifadhu!
9→Umurii dheerachuu yoo feete, waan gaarii hojjedhu!
10→Nama kamiifuu ilaalcha gaarii fi kabaja qabaadhu!
11→Haqaa fi dhara, ragaan xiinxali adda baafadhu!
12→Ejjannoo sirrii kan mataa keetii qabaadhu!
13→Qabeenyas dhabdu, amalaa fi naamusaa gaarii qabaadhu!
14→Namummaa keetin, of tahii mul'adhu!
15→Hiriyyaa nama hamatuu fi nama sobu; irraa fagaadhu!
16→Sammuu keetin of abboomii jiraadhu!
17→Yeroo gaa'ilaaf nama filattu, bareedina bifaa osoo hin taane, bareedina qalbii ilaalii filadhu!
18→Haqaa fi mirga keef, sodaa tokko malee falmadhu!
19→Lammii fi biyya keef, bilisummaa dheebodhu!
20→Barnoota amantaa kee, xiqqoos taatu baradhu!
21→Yemmuu duroomte, hiyyeesota yaadadhu!
22→Warroota dhukkubsatan, bira dhaqii gaafadhu!
23→Haadha fi abbaa kee, kabajii kunuunfadhu!
24→Nama tola ooltummaa siif oole, hundaa galateefadhu!
25→Waan filattu, adda baafadhu!
26→Du'a booda jireenyi jiraachuu isaa qalbifadhu!
27→Furtuu jannataa fudhachuuf, Goofta Yesuusin Waaqa kee godhadhu! sababni isaas isa malee jireenya bara baraa akka hin qabne jalaa murii beekii.
28→Eessaa, maalif, eenyun, maaliin akka dhufte; Eessaa fi maalirra akka jirtu; akkasumas, eessaa fi maaliif akka deemtu; sirriitti gadi fageenyaan xinxalii hubadhu!
29→Gorsa koo xiqqoo kana, adaraa kee qomatti naaf qabadhu!
30→Hiriyaa keefis share godhii dheebuu jireenyaa baafadhu!
⌲ Hundumaa olitti Waaqni hubannaa fi ogummaa akka siif laatuf, hifannaa malee kadhadhu!
Like& 💕💕
Follow
03/03/2025
Obboleeysa keenya Raabaa Doorii baga asiin si gahe. Yaroo muraasa booda kan waliin eeynu taha. Soomana kana hobbaafannee walitti deebina🥰🙏
02/03/2025
Kabajamoo Ustaaz Sufiyaan Usmaan [ Cush Land ] barnoota xayyaara balaliisuu baratanii xumuranii jiran. Maashaa Allaah, Nama gammachiisa
Ustaz Sufiyaan jechuun nama Barnoota akkaadaamii tii fi roga hoggansaatiinis Dargaggoof fakkeenya gaarii tahaa jiru.
Barumsa milkii rabbi isiniif haa godhu, umrii nuuf dheeradhaa.
Dhiirti dhibee Hinaaffan Qabamnaan Bine*nsatti Jijjiiramti😭💔
02/03/2025
Nui ilmaan warra biyyaaf waraanamuun isaan hin dhukkubsine, warra biyyaaf qaama hir’achuun homaa isaanitti hin fakkaanneef hin yaaddessine, warra lafeen caccabuun, agartuun buruquun, Foon Burkutaa’uun hoomaa itti hin fakkaatin biyya kana fakkaattu birmadummaa ishee eeguun nutti dabarsaniiti.
Adwaa 💪
Kaameettii ⭐️⭐️⭐️
God is good all the time 🙏🙏🙏
Damme mustafe Harar Design🙏❤️
01/03/2025
Baga kabajamtuu fi jaalatamatuu ji’a nagayaan geenye 🤲
MA Galatoomi 🙏
26/02/2025
Baatii tiif guyyaa meeqaatu hafe ____?
Hundaafuu ngy nuun haa ga’u 🤲🤲