Latera Gudeta

Latera Gudeta "Nadhii dammaa dhamdhamuuf ilkee kanniisaa obsi!"

14/01/2023

"Dadhii dammaa dhamdhamuuf ilkee kanniisaa obsi!"
Waliin Waliif

06/12/2022

✍️ OBSI ~ OBSAN ➛ DARBA!
⚪⊰━━━━━⊱🔴⊰━━━━━⊱⚫
➣Bishaan danfaa jiru keessatti laaltee of arguu hin dandeessu, akkasumatti yeroo aartee jirtu keessatti haqa arguu fi dhugaa hubachuu hin dandeessu!
Eega bishaan qabbanaa'ee erga tasgabbaa'e booda keessatti of daawwatta!
➪ Kanaafuu, atis tasgabbaa'i❗

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Latera Gudeta posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category