Alfaaf Omeegan Waaqayyoodha

Alfaaf Omeegan Waaqayyoodha

Share

Wangeelarraattii bu'uureeffaamnee, kanaaf jabaannee dhaabbaannee, waa'ee Mana kiristaanaf ni dhabbaannaa

18/05/2024

✓Jiraachiisan amanee Isa Nan goone kennaa du'aa
✓Burqaan eebbaasa akkamiin narraa gu'aa
✓Tolee jedhee kan nan laannee dabarsa gidiraaf rakkoo
✓Nagaan koo boora'ee isaafuu hin sarbamuu mirgii koo
✓Kiristoos iyyeesus waaqa dhugaa gooftaaf mootii
✓Innii anaaf karaadha jireenyaa koo kan bara baraatii

20/04/2024

Gargaarsa waaqayyootin yeroo dhiyoottii wal agarraa

yeroo dhiyoottii
Share

26/11/2023

Walaloo yaa'ii tokkummaan qophaa'ee irraattii F/taa Kooluu'eel Fayyeetin dhiyaate

1ffaa

" Amma garuu, Kiristoos iyyesus wajjin,tokkummaa.qabaachuudhaan, isin warri dur fagaattanii turtan dhiiga Kiristosiin,dhi'eeffamtaniittu." Efe 2: 13

Kaleessaa turree, hojjeechaa dogongora
Jibbaa caalchiifannee, hundu jaalalarraa
Ormoota filannee, waliinis hiriirree
Wajjiin of jibbaa, isaan gargaarree
Obboolummaan hafe, akka diinattii laalaa
Nagaa dhabnee gaddaa, waan goonu wallaalaa
Rakkoo mana keenyaa, hundaaf sababa taane
Kaleessaa turree, hunduu gargar baane

Mana amantaa goonee, hunduu dirree siyaasa
Hoolota waaqayyoo, goollee mancaasa
Murtii guyyaa dhuma, hundumtuu dagannee
Waa'ee gocha keenyaa,Hin fixnuum dubbaannee
Wangeelasa irraattii jecha katabamee
Mana kiristaanattii abbootan labsamee
Innii akkana jedhuu soomaa kadhadhaa
Wanta barbaaddani ani siniifan rawwaadhaa
Seerrii ammaa kana kan jiru duriisii
Nuti eessaa fidnee kan jennuu sooma qeesii

Moggaattii baafnee, dhugaa walii dhoksaa
Maqaa walii faallee, sobaan wal arrabsaa
Isa dhugaa qabu, afuuran hiyyoomsaa
Isa sobaan kaatu, shiran ol goobsaa
Ofii wal jibbiinee, akka ilmoo ormaa
Diina keessaa taane, diina alaan mormaa
Of haa gaafannuu gaaffii kiristaannii martii
Jireenyii akkana Kun hanga yoomittii

Sanyummaa lakkoofnee, isaan wal hamachaa
Abaarsa biyyaa lafaa, akka eebbaattii fudhachaa
Qarshii duuka buune, isaaf kufnee waaqeessaa
Kaleessaa kan turree, har'as kan jirruu jabeessaa
Hoomtu nun fayyaaduu, gochaan Kun hundiisaa
Kaleessaarraa baradha, adabbii cimaa dhumnisaa

Galma tokkof kaacha, qabnee karaa jallaa
Kaleessaa imalluus, kallaattii waliif faallaa
Kaleessii darbeera, jibbaas tauu jaalalanii
Har'a garuu ni gahaa, haa bu'u nagaanii
Hunduu hubannerraa, agarree dhugaa jiru
Waluman nuf wayyaa, anaf sii Yaa tiruu
Waliin ta'an malee, waliin keessaa bu'anii
Mukti tokko kophaa, hin boba'u qoranii

Photos from DAGNU STUDIO's post 21/10/2023
Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Addis Ababa