01/07/2024
Baga gammaddan isin lachuu hora bulaa meeyradagaga wajjin nutura๐ุจุงุฑู ุงููู ููู ุง ูุจุงุฑู ุนูููู ุง ูุฌู ุน ุจูููู ุง ูู ุฎูุฑ a
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdusalaam Aliyyii, College & University, Harar, Addis Ababa.
01/07/2024
Baga gammaddan isin lachuu hora bulaa meeyradagaga wajjin nutura๐ุจุงุฑู ุงููู ููู ุง ูุจุงุฑู ุนูููู ุง ูุฌู ุน ุจูููู ุง ูู ุฎูุฑ a
24/06/2024
Obsaan Dubbisii๐
Seenaa Shek Mahamad Tofiq ๐ฅฐ๐
gurguddoo ilmii akka baharaatti walitti qabatan baayyeedhaan Rabbiin nubadhaase.
Ulamaa'ota keenya kheessaa Dargaggeessa lafaa dhufaa Urjii Ulamaa'ii taheeniin wal-isin barsiisa!!
Ulmaa'onni keenya durii khaasee hanga ammatti seenaa bareedduu dhuma hin qabne hojjata as gahan.:
gara qabsootin,Gara diiniin,gara hawaasummaa fi diinaggee kheessattillee qoonni isaan qaban kan laaftutti laalamuu miti.
Ulmaa'iin ifaa ardiidhaati,isaantu dachiii bareecha.Isaan kheessa kan arra irraa dubbachuuf deemnu
Dargaggeessa Aalima abbaa fanniilee baayyeedhaa
Sheekh Mohammed Abbaa Isaa Toofiq sheikh haamid Fi Haadhaa Isaa Faaxumaa Ahmad (faaxumaa Aammee ) irraa bara 1985 Baha oromiyaa harargee bahaa Anaa qarsaa zoonii laangay _Araddaa_bululo tti dhalatan.
Sheikh Mohammed Hoggaa umriin isaa barnootaaf geessu achuma iddoo dhaloota isaatti
Barnoota Amantii islaamaa Alif irraa eegalanii qur'aana hanga tokko Sheikh Ahmad Noolee Irratti baratan,Itti Aansuudhaan
Abbuma isaani Tofiqi sheikh haamid irratti qur'aana fixan,
Dabalataan barnoota:
.:
Akka safinaa,Bafadlii, mukhatasru abii shujaa, Umdatu naasik Fi minhaaju (Nawawii) abbaa isaa irratti baratan.
Sheikh Mohammed Tofiq Itti fufuudhaan Barnoota
fi marsaa 1ffaa Arba'inaa,Usuul_salaasa,Shuruuxu_ssalaat,Qawa'idul Arba'aa ,Kiitaabu towhid,kashfuu shubahaat, aqiida waasixiyyaa,xahaawiyyaa Bulugularam, Fi riyaadu ssalihin
( ), rabbiin rahmata isaaniif haa godhuu fi irratti baratan
marsaa 2ffaa (irra deebii) Gara sheeka sheekota fuula isaanii deeffatan
:
Bulughul maraam,Riyaadu salihiin,Tajriidu sarih fi Tafsira qur'ana qaraโan
Akkasuma barnoota Faraaโidaa kitaabban akka:
Iโaanatuxxaalib, Al-raaโid fi ilmil faraaโid Fi manzuumat Al-rrahbiyyaa
Shekh Ah
23/06/2024
for watch more ๐๐๐๐.
โค๏ธ
โ๏ธ
โโโFโOโLโLโOโWโโโ
โโโโโโฒโโโโฑโโ
โญโโโฎโญโโฎโ โญโโฎโญโโโฎ
โฐโฐโฐโโโญโฎโ โญโฎโโโฏโฏโฏ
โโโ โโโโโ
โโโโโ โ
โโโ โโโโฐโปโฏโโโโ โ
โโโ โฐโโโโMโEโโโโ
21/06/2024
as wr wb akaamnagaya fayyaa mirqanaa alhmdulilahii galnii karabiitii jumamubark hundii keesn bagarabiin isiniin gahee kariiz qii kagamachuu nuhaa godhuu
15/06/2024
Eid mubaark baga geysan warra baranaa kan bara heddu nu haagodhu kan jaalalaa๐ kan rizqqi kan gamchu ุนูุฏุงูู ุจุงุฑู ุชูุจู ุงููู ู ูุง ูู ููู ุตุงูุญ ุงูุฃุนู ุงู
14/06/2024
โAni abbaa malee guddadhe biyyatillee Dinnichaa fi shunkurtii kiloo 60 Dugdaatti baadhee magaala naannoo keenya jiru geesse gurguree obboloota kooti fi harmeekoo gargaara ture jiru biyya dadhabnaan of jijjiree harmee tiyya fi obboloota kiyya gargaaru biyya bahe kophaa koo jireenyi nati ulfaannan nama lama tane dalaganna jedhee dhiirati makame amma gurbaan ani abbaa mana godhee rakko fi balโo tiyya walin dabarsa jedhellee dina nati taโe !
maloo Oromoo tiyya na bira dhaabbadha akka ilmoo koo Guddifadhu biyyati nagalchaa jettee obbolleettin keenya keeriyaan Guyyaa kaleesaa tik tok irraati booya turte !!
Marree oromookoo nama gargaaruf nama taโun qofti gahaadha namoonni obbooleetti teenya keeriyaa gargaaru barbaadan lakkofsi herreega banki maqa Meseret Daba Kene fi Dita Husein Abdurehim banameefii jira waan dandeessanin bira dhaabbadhaa
Account ::
Ethiopia Negd Bank
1000633642544
Meseret Daba & Dita Husein
Warri karaa tik tokitin gargaaru barbaadan immoo boru galgaala mana Makii Oromia ykn mana kiyyati goona itti qophaaya rabbi biyya namati isiin hin rakkisin obbolootakoo !! โ
Via :Asiledin Mohammed
11/06/2024
โโโFโOโLโLโOโWโโโ
โโโโโโฒโโโโฑโโ
โญโโโฎโญโโฎโ โญโโฎโญโโโฎ
โฐโฐโฐโโโญโฎโ โญโฎโโโฏโฏโฏ
โโโ โโโโโ
โโโโโ โ
โโโ โโโโฐโปโฏโโโโ โ
โโโ โฐโโโโMโEโโโโ
Miami Beach โฑ๏ธ Florida USA ๐บ๐ธ ๐บ๐ธ
Al Ahmadi City Kuwait ๐ฐ๐ผ๐ฐ๐ผ๐ฐ๐ผ โค๏ธโค๏ธ๐๐
New York City USA ๐บ๐ธ๐บ๐ธ โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐๐๐
Tuhina Khatun
06/06/2024
ุงูุญู
ุฏ ุงููู ุงูุญู
ุฏ ุงููู
Dargageessa cimaa obsi isaa cimaa quuqama diinsa tiif qabu irraa Hubadhe zabana dheeran beeka jarjaree hin janneen laaleti an niin jaaladha Mataan kee sihaa bulu akii kiyya siin jaaladha facaasi dawallee haqaa Rabbiin sabaata siif haakennu Mu'aaz Bushraa
05/06/2024
Namnii risqii halaal barbaadu aamiiiiiiiiiin jatumalee birkutin