Sahibudin Ababiya

Sahibudin Ababiya في واقعنا المعاصر يجب أن نتبع الحق اينما وجدنا على عين ?

04/11/2025

"Kaayyoon Muslimaa Islaamummaadha, Islaamummaaf hojjechuu, Islaamummaaf jiraachuu, Islaamummaaf du'uudha."

Obboleessa kiyya,   Jaalala keessatti Nama jaallannu tokko biratti Hafuu waan barbaannuuf, sababoota barbaannaafi, ykn o...
13/07/2023

Obboleessa kiyya,
Jaalala keessatti Nama jaallannu tokko biratti Hafuu waan barbaannuuf, sababoota barbaannaafi, ykn ofumaaf Uummachuus dandeenya
Yeroo hunda dursinee bilbilaaf akkas jenna:
Tarii bilbiluu barbaadee jira ta'a, garuu hojiitu itti baay'atee!
Dursinee gaafanna akkas jenna:
Na Gaafachuu barbaadee jira ta'a, garuu wanti tokko isa mudatee ta'uu mala!
Messege ergineefi Nagaa jirtaa Jenna!
Ofii isaa Nagaa waan hin taaneef nagaa nan gaafanne jennee of gowwoomsina!
Yeroo hunda dursitee argamuu caalaa wanti hadhaa'u hin jiru!

Obboleessa kiyya,
Jaalala hin kadhatin!
Jaalala keessatti, kan xiyyeefatutti xiyyeeffachuu, kan gaafate gaafachu, fi kun dursetti dursuudha!
Tokko tokkoon deebisi siin jechuudha sitti hin fakkaatiin, haalli kun namoota wol jaallatan gidduhin jiru, .
Garuu waan hunda osoo hin hojjetin dura, dursa jaalatamaa ta'uu kee mirkaneeffadhu siin jechuu kooti!

Miira kee Nama hin malleef kennuun of Xinneessuu dha.
Ani jaallatamaa akka taatu barbaada maalee xinnaataa akka taatu hin barbaadu!
Namoottan hin malleef miira kennuunis akkuma biqiltuun Abaaboo bakka kosii keessa dhaabuuti!
Abaaboo jaalalaa kee Eessa akka dhaabdu beekuu qabda, .
Yoo Lafa gabbataa isaaf argatte bishaan ijaa ykn imimaan keetiin obaasi,
Kana keessatti osoo si'a kuma tokko jalqabaa ykn dursaa taatellee homaa miti Rakkoo hin qabu, .
Garuu Na amani kan si jaallatu,Yeroo hunda dursee si gadi hin dhiisu!

Nagaan bulaa 🙏

Address

Addis Ababa
[email protected]

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sahibudin Ababiya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Sahibudin Ababiya:

Shortcuts

Share

Category