Bilisuma Jifara Fita

Bilisuma Jifara Fita

Share

YOOYYAA ENTERTAINMENT

06/05/2026

Jabduu tenyaa
Nagaan koottuu

YOOYYAA ENTERTAINMENT 30/04/2026

YOOYYAA ENTERTAINMENT 2 likes. "Wanduu Alamuu-Dhugaaf dhabbatani-New ethiopian oromo music/ official video/2026"

25/04/2026

Jabesaa jajabowaan kenyaa

25/04/2026

Ittiin bohaaraa

20/04/2026

Bofa!
Oolmaa gola istuudiyoo walirraa hin cinne, ifaajjee waggaa Afuriitin booda, Albama HIP HOP, traakota 16 qabu, xummuruun gurra sabaatin gahee, anis hojiin koos magaalaa geenyee yaaddeebii dhaggeeffataa koo simachuuf guyyaa qubaan lakkaa’aman qofatu hafe!
Kanumaan walqabatee, kibxata gaafa guyyaa 13/8/2026 ganama sa’aatii 4:00 irratti ibsa miidiyaaf laachuuf Laawunjii YOOYYAA, gamoo Ijjigaayyoo Dibaabaa, CMC tti jaatanii qabannee keessummota keenyan yooyyaa jechuuf qophii xummurrerra!
Nuu koottaan waamicha kabajaafi jaalalaati
Moika Danfa

17/04/2026
17/04/2026

New Album
Feysal Abdurahman
Anaa dhufu jennaan.
Share godhaa namoota Jaalala Aartii fi Guddina Muuziqaa Afaan Oromoo hawwan biraan Gahafi milkaa'i 🙏🏽🙏🏽🙏🏽

14/04/2026

Nagadhaa nukottuu

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Addis Ababa , Hayet
Addis Ababa
1000