18/06/2022
Picture of the day
Oromo nation
18/06/2022
Picture of the day
16/01/2022
Waliif dhaabbachuu keessan qofatu Oromoof qabsaa'aa jiraachuu keessan ragaa ba'a!
OROMO POLITICAL PARTIES LEADERS
Alagaa caalaa kan gabrummaa Oromoo irratti dheeresse... dhaabbilee siyaasaa Oromooti!
The holder of Fact Informers page, I know you, you are a hybrid grown up around Arsi, you don't have the right either to critize or to support Oromo politicians!
Rakkina Hawaasa Keenyaa Diqaalaa Nyaachisee Guddisuudha! Namarraa Nyaattee kan siif ta'uufi kan siif hintaane anatu siif beeka namaan jetti!
መጤ የመኖር እንጂ የመወሰን መብት የለዉም
Harreen Ofiif Qoraan Baattee Ilmoo Isheetti Dabarsiti
Those who stand for nothing fall for anything
saroota bilxiginnaa!!!
Saroonni bilxiginnaa yeroo social media garagaraa irratti bayanii Jawaar fi WBO maqaa balleessan ykn xureessan jechoota armaan gadii fayyadamuun ummata burjaajessanii bitachuuf yaalu.
1 Jawaar party oromoo diiguuf jecha Tigree warra kaleessa ummata keenya saamee,ajjeesee fi dhiitee bulchaa turee waliin halkanii guyyaa jira jettee booyaa oolti.osoo jawaar kan hojjatu ta'eeyyuu "my enemies by my enemy" the best struggle system or strategy.
2 Shanee kan hidhachiise Tigreedha.
3 jawaar baandaadha umaata oromoo irratti hojjataa jira.
Garuu asirratti gaaffileen gurguddoon isaan deebisuu qaban jiru.
1 Akka isaan jedhanitti Tigreen jawaar waliin hojjataa jiru yoo ummata keenya miidhee, saamee,ajjeesee yakkamaa ta'e maaliif seeratti dhiyeessanii tarkaanfii seeraa irratti hin fudhanne? hhhh
2 itoopiyaan jarri ijaaruuf deemtu tan Tigree ofirraa addatti baaftuu fi akka diinaatti ilaatuudhaa?
3 isaan warri harka muraa fi harma muraa akkasumas calii calanqootiin seenaa sobaati jedhaa minilik ummata Oromoo ni fayyade malee hin miine jedhu ta’anii (especially Taayyee Danda'aa)fi sabboonummaa Oromoo waggaa 1000f akka ol hin kaanetti ni caccabsina(Abiyoot) jedhanii dhaadatan jawaariin baandaa yoo jedhan akkamitti of ilaalaniiti?
07/05/2020
tooftaa qabsooti.
Fulbaana 30 boodaaf saroonni bilxiginnaa boolla haa qopheeffattu!
07/05/2020
ይህ ሰው bilxiginnawochu በግሩፕ ሆኖ የሚያስቡትን ነገር እንቅልፍ ዉሰጥ ሆኖ ያስባል
yeroo lama dulloome!
ODP'n party yeroo ammaa kanatti biyya hoogganaa jiru ta'uunsaa waan nama shakkisiisuu miti.dhaabni kuni erga hooggansa isaa eegalerraa jalqabee diina oromoo hamaa ta'uun isaas beekkamaadha.haala kamiin keessayyuu haa darbuu baroota jaallee Lammaa Magarsaa hoogganaa turanitti xiqqoo fuula isaa gara ummataa isaa deebisee of haaromsee ture,erga Lammaan aangoo mootummaa naannoo irraa kaafamanii booda deebi'ee dulluma isaa lammaffaatti deebi'e.kanaaf immoo ragaan qabatamaan jiru
1 garaa guuttatuuf qabsaa'aa fi abbaa qeerroo akka isaan garaa isaaniitiif osoo hin taane ummata isaaniif hojjatan isaan taasisurratti yaalii ajjeechaa raawwachuu
2 lubbuu barattoota oromootiin worra isaaniif dhiirsaa,oromoof diinaa ta'e wojjiin jiraachuu
3 aanga'oonni isaanii hojii ummataa dhiisanii fuula feesbuukii banachuun ummata ofii hooggananii fi qabsaa'ota dhugaa tokko tokko (jawaar) arrabsaa ooluu (girrisa) fi kkf yoo ta'u isa 3ffaa kanaaf Taayyeen gahee guddaa isa salphisu taphataa jira.namni biyya hoogganu tokko yeroo diimokraasiin gadi haa dhaabbatu jedhamu keessatti ummata ofumaa hoogganan arrabsuun yaadaa fi amala gadhummaa fi wallaalumaa irraa madduudha.kanaaf ODP'n hanga amala namticha kanaa sirreessutti ykn miseensummaa dhaabaa gad lakkisiisutti akkuma amala isaa isa durii ummata oromootiif dhaaba isa hoogganu osoo hin taane dhaaba isa saamu,gabroomfatu,diina ta'ee diina woliin ummata oromoo lafarraa barbadeessuuf deemaa jiru ta'ee akka diina ummata oromoo isa jalqabaatti laallamuun isaa waan hin oolleedha(hafneedha).Taayyeen hojii ummata dhiisee aanga'oota isaa faarsuu,ummata fi hayyota oromoo arrabsuu irratti kan fuulleffateef
1 Aangoo dabalatuu fi umrii aangoo dheereffatuu waan barbaaduu fi hawwuuf
2 yoo jawaariin faallaa ta'ee argamee ilmaan nafxanyaatiin deeggarsa nan argadha jedhee waan yaaduuf
3 tuffii ummata oromoo irraa waan qabuuf ummata oromoo akka ummata saba biraatii (fkn amaara)gaditti waan laaluuf
badduun saree gara ofii nyaatti.