from Ethiopia
Jemal Kemal
"Alison is one of the best online educational platforms I have used" [email protected]
Me yaada namoota baayee wal mormisiise tokko jabaa isniin jedha isin maljeetture:
Hogganaa mana hojii tokkotu ture innis olaantummaa hojjatoota irraati baayee nama agarsuu ture haa ta'u malee guyyaa tokko hojjaata mana hojii sana waliin hojii baleessite jedhini mindaa isaa kan ji'a lamaa Adabe hojataan kunis baleessa kiyya malee na adabde jedhe aarii kessa seenee hojjatan adabame kunis seeran waan na adabeef anis tarkaanfii isarrati fudhachuu qaba jedhe murteesse murtiin isaa kunis Ajjeecha waan ta'eef meshalee isa ittin ajjeessu hundaa erga qopheefate booda hogganaa mindaa seeran alaa irraa mure kana kophaati argate akuma argeen mindaa kiyyaa seeran ala waan narra murteef har'a guyyaa xumura keetiti bakka afuritti si baasa luka ke laman bakka lama morma ketifi garaa ke bakka afuritti si qooda jedhe luka yo iinni irraa muree luka lammafati darbuu hojjataa mana hojii sana kan ta'e tokko ilaalaa argee fiige dhaqabee maaloo obboleesa kiyyaa hin ajjeesinu bakka isaa na ajjesi jedheni jala ciise innis hojjataa kana wajjin walitti dhufeenya hiriyyummallee waan qabaniif isaaf jecha mararaame dhisee irraa dhabbate osoo jiru namicha lubbun hafe luka takka dhabe kana gara mana yaala tuqus ambaasti ergame ji'a jahaan booda luka takka dhabus gara mana hojii sanati deebi'e hoggansa isaa itti fufuu egalee akkuma egaleen guyyaa torba booda namicha lubbu isaa baraare kana hojii baleessite jedhini guutuman guututi hojii isaa irraa gaggeese jedhama hogganaa akkanaa osoo isin quunname yaada akkami keennitu isiniin jedha ani oromtichi kessan barreefamafi jechoota adda adda bakka ani dogongooretti ijaarra na hambisaa isiinin jedha!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Address
Addis Ababa