28/03/2026
ππ€
Nagaan jalqaba ποΈ Tokkummaan humna πͺ
28/03/2026
ππ€
24/08/2025
Kubbaa amma Burnon rukute sun bosona cillimootti cillim jettee argamte jedhani; hin barbaadinaaπ€£
09/08/2025
π€π€£π€£
Β° Β° Β°
α¨ααα΅ Photo α΅α³α α«α± Zoom α α΅αα αͺα±α αα αα³α¨απππ
17/03/2025
ππ
12/03/2025
"Nama horii kee hate waliin yoo barbaadde; horii kee hin argattu". Ani namootuma dhugaa dhugaa jedhan kanaayyu ija shakkiitinin ilaalaπ Dhimma dhuunfa ofii galmaan gahachuudhaf dubbii faana balleessu irraa of qusadhaa. Wanti beektan yoo jiraate karaa seera qabeessan Poolisiidhaf odeefanno/Eeruu/ kenna. Kanaa achiπ€
Qanoo lubbuu teetif jennata, maatif firoota isheetif immoo jajjabinan hawwaππ
17/01/2025
α¨αΈα αα α΅α΅αα α΅α΅α₯ α¨ααααα α΅ α₯α α α©α«α΅ α°α¨α±α αααΆ α α€α΅ α¨ααα α₯αΈα α°αππΆ
29/04/2024
αα¬ αα«αα« 21 ααα α αα α¨ααα΅ αα αα!
28/04/2024
Madfichaan simbirri takka samii irraa buufamteettiπ€
10/04/2024
Jabaa namaa keenya
Dukkanaan da'atanii,
Akka korma qalmaa
Gaafa, lafaan ga'atanii....
Ati hin didnee dache
"Lakki hin nyaadhu" in jennee ?
Moo sumatu fedhee
Hiree du-'aa kenne ?
Maal immoo yakkisaa
Mee maal irraa argatte ?
Awwaa-lteema teessaa
Jabaa akka jaal Battee ?
Dachi sin komadhu
Kan sit kennan nyaatta
Kan siif jedhan baatta,
Garuu warra Oromoo
Tokko tokkoon fixuuf
Hiree akkamii laatta ?
Gaafa guyyaa isaanii
Harka keet kufanii
Gara kee dhufanii...,
"Lakki isin hin fedhu
Ani isin hin baadhu,
Kan foon namaa nyaattan
Foon keessan hin nyaadhu"
Jettee diddaa laata ?
Mootii hamtootaatti
Garaan kee jabaataa ?
π
12/03/2024
β€οΈπ