23/07/2025
Mabruuk alfa mabruuk
fi
Haqa qabna ✨💖🙏
23/07/2025
Mabruuk alfa mabruuk
fi
28/06/2025
Hacee week 🥹
Ani Oromoof qaalidha
Yoomu hin dagatamtuu haceekoo🥹🥹
08/06/2025
CRISTIANO RONALDO ADDS ANOTHER INTERNATIONAL TROPHY TO THE COLLECTION.
🏆🏆🏆
08/06/2025
Nuno Mendes really shut down Mo Salah, Bukayo Saka and Lamine Yamal in the same season. Not to mention, no other defender scored more goals in the UCL this campaign.
The best left back in the world? 🔥
06/06/2025
Warra Baranaa Kan bara hedduu
Baga Iid-Al Ad-haa kan bara 1446 Walumaan nugahe! bara milkii Kan Araaramaa, kan ummanni Miidhame nasrii itti argatu Rabbi nuuf hataasisu!!!
03/06/2025
sher gootan male bira hin kutinaa
Daa'imnii lameen suuraa isaanii agartan tunii maqaan isaanii
1
2 JEDHAMU
Maqaan Haadha isaanii
1
2 JEDHAMU
Iddoon dhaloota isaanii Godina H/Bahaa Saqaree iddoo ja'amtu
yoo tahu Nama maqaan isaa ja'amu wajjiin barbaachaf (Darasummaaf) biyya bahaan yeroo ammaa kana joolleen tunii nama isaan fidee iddoo innii jiru dhabuun guyyoota sadii oliif magaalaa kessaattii rakkachaa jiru Kanaf maatiin Joollee tana lakkoofsa arman gadii kana irraattii nu qunnamaa isiiniin jannaa
kiyya hundi sheer gotan malee bira hin kutinaa
0975322291
0968888664 &0928055267
| 09:00 - 17:00 |