18/09/2026
Qabeenya Dagatame 8/01/2019
''Qabeenyi bakka maleetti kufee fi dagatame dhala namaati.
You are a human being, not a human doing.”
Qabeenyi addunyaa kana keessaa dhala namaati. Dhalli namaa qabeenya addunyaa osoo jiru qabeenya addunyaa keessaa bara isaa fixa.
Dhalla namaa malee addunyaan duwwaadha. Addunyaan dhala namaa malee albuuda qofa.
Atii dhala namaa taatee waan jirruuf qabeenya addunyaa kana hundumaa argachuu ni dandeessa. Dhala namaa malee albuuda qabeenya qabuuf namni hin jiru.
Biyyi dhaloota isheetti hin fayyadamne biyyummaan ishee hiyyummaa ishee ta’ee hafa. Osoo dhaloota ishee hin kabajin, kabajni isheen argattu hin jiru.
Dhalli namaa baay’een biyya isaanii kan jibban iif, dhaloonni sun akka of baran sirriitti irratti hin hojjetamne jechudha.
Fiiixaan biyya tokkoo dhaloota ishee of barsiiftee akkasumas kaayyoo fi itti gaafatamummaa irraa eegamu yoo hubachiifteedha. Biyyi dhaloota of hin beekne guutte; dhaloota ba’aa malee bu’aa ta’an osoo hin qabaatin hafti jechudha.
Seenaa keessatti albuudni dhala namaa barbaadee argatee hin beeku. Garuu, dhalli namaa albuuda barbaadee argateera, argataas jira.
Yoo sitti tole, Like 👍, Follow 🔔 fi Share ↗️✈️🌎 godhi; nama biras haa ga'u!
— New Hope Media ❤️
Personal Telegram:http://t.me/gaze0910
tiktok.com/
https://www.youtube.com/
Channel koo. https://t.me/gazenewhope