Odaa Tech

Odaa Tech Never give up!!!
(5)

19/08/2026

๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

19/08/2026

Ati osoo waan fedhe goote namni waan siin jedhu hin dhabu

19/08/2026

Meerii waan hundaa dhuguma isaa dubbatti irra qaba hin beektu๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ˜
Gaazexeessaa: Mana kee keessaa Furniture ati baay'ee jaalattu maalinni?
Meerii: Siree...

''Gaabbiin na dhiisuu dide'' jedhe Konkolaachisaan ambulaansii dhoqqeen qabee, haati ciniinsuurra turte mucaa ishee dhab...
16/08/2026

''Gaabbiin na dhiisuu dide'' jedhe Konkolaachisaan ambulaansii dhoqqeen qabee, haati ciniinsuurra turte mucaa ishee dhabde.

Wayita abdii kutee dhoqqee keessa taa'ee boo'u. Taatee gaddisiisaa dhiyeenya Itoophiyatti muudate

Bagosaa๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“
14/08/2026

Bagosaa๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“

Rakkoo sirnaan qubeessuu dhabuun nama gootu๐Ÿ˜
09/08/2026

Rakkoo sirnaan qubeessuu dhabuun nama gootu๐Ÿ˜

Address

Finfinnee
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Odaa Tech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Odaa Tech:

Shortcuts

Share

Category