21/08/2025
Nama kana….
Nama Dhimma haalotaa dhiisee kaayyoo isaaf xiyyeeffannaa kennu,
Wangeela Lallabuun, Gorsuun, Barsiisuunii fi Fakkeenyummaan kan irraa bareedu…
Waan dubbatuuf Yeroo dubbatu nama Beekuu fi Dhaloota hedduuf Carraa hojii kan bane, Abbaa qabeenyaa nama Waaqayyoo Luba Professor beektuu?
Namootni akkasii namoota waaqayyo kennaa godhee badhaasee saba keenyaaf kenneedha.
Dhaabbata amantaan wal hiruu fi wal komachuu caalaa, tokkummaadhaan Waaqayyo kadhachuun abbaa keenya isa waaqa irraatti ni tola. kanaafuu Luba Dr. Gammachiis itti fayyadamuu fi Kadhachuufiin gaariidha.
Karaa Hafuuraa fi Fooniin Lubbuun hedduun Mana barumsaa isaanii fi isaanuma irraa baratee gahoomeera.
Qajeelummaatiin wal galateeffachuu fi Wal jajjabeessuu haa shaakallu.
Mana barumsaa isaanii Cambridge Academy kaalkulemii barnoota idile addunyaatiin barsiisu kan magaalaa guddoo Oromiyaa jiru keessatti akka barsiisaa jiru beektuu.
#Cambridge_Academy tti Gatiin Kanfaltii galmee bara kanaa akkuma bara darbee (Qarshii Kuma Digdamii torba qofa) yemmuu ta'u, Kanfaltiin Termii #60,000ETB dha.
Dhala isaatiif namni waggaatti #230,000ETB qarshii Kuma dhibba lamaaf soddoma kaffalee barsiifataa akka jiru hin dagatinaa jenna!
21/08/2025
20/08/2025
19/08/2025
24/06/2024