-Halkan Caalaa
-Halkan Qur'aanni keessa bu'e
-Halkan Laylatul Qadriin irra guddeessa keessa kajeelamu.
Halkan 27ffaa kana keessa.
-Hunda keenya fedhiifi hawwii keenya rabbi irraa barbaannu mara halkan itti deebii argannu nuuf haa ta'u.
Hin Qoosinaa,Aamin jedhaa.Dubbiin Rabbii akka fedha isaatiin raawwata waan ta'eef.
Finfinnee Oromiyaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Finfinnee Oromiyaa, College & University, Addis Ababa.
01/05/2021
Rayyaa 34ffaa
Manzuuma Raayyaa Abbaa maccaa 34ffaa Eegala Isaati Itti dhiyaadha..!
27/04/2021
Gaashe Getaachoo raddaa😄😄
Guyyo wario
13/04/2021
dhiifama mudannootu naquunname
anaa waraabee xuuruuf daqiiqaan muraasni nahafee ifaan osoon istuudiyoo keessa jiruu dhaamee osoo hin turre deebi'ee meeshaa Istuudiyoo jedhee, sagaleen waraabe hunda walitti qabatee naduraa foormaat tahe takkaa akkas tahee hin beeku wannin dur tahe haga ammaa kana takkaa nahin mudanne kayrumaafi meeshaa narraa gubate hundaa Bitachaan oole waan hin deebine haadhayxu waan Rabbiin naaf laaffise
amma akka haaraatti lafaa kaasee hojjachaan jira Inshaa Allah yeroo gabaabaattin xumura naaf obsa. jzk
Masha allah baga Rabbiin Karaa isilaamummaatti Si fide nama irraatti sabatu-milkaahu Sihaa godhu. Masii Sanyii Taaddasaa Birruu ❤️❤️
21/03/2021
Ani jalaalee koof bilbilee bilbilaa hin ka'a suu kanafuu caraa biraatii fayyaa damuun qabaa kanafuu namnii biraa yoo jiratee nan jalaadhaa kanafuu namnii najalaatuu yoo jiratee keesn naduu biisii.
Ummataa keenyaa bakkuma jirtanu hundaati rabbi isinirra haqeebaluu TViin hamiltan yoomuu taanaan deeggarsaa fi Hamilee keessanitti haajoma Qarshiin tokko isin waa hin irriftu nuuf gargaarsa guddaa taati jechaa (ok) jettu gara 7334 erguudhaan miseensaa tvii kanaa tahaa gahee keessan bahadhaa Ustaaz Raayyaa Abbaamacca. Hamilten TV hamlee ummataa Hamiltan TV
Kottaaga ajandaan keenyaa kana tahee
Tokkittif abdishaan woliitti kahaanii jiru😁
Innaalillahi woinna ilahi raajiuun
Ayii hiree ijoollee Ethiopia Rabbiin kan jannataa isaan haa taasisu!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Culinary Team
Attire
Website
Address
Addis Ababa