Woyyu School

Woyyu School Barnootaan Woyyooman!

Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa
23/07/2025

Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa

Beeksisa Qacarrii BarsiisotaaBarnootaan Woyyooman!
18/02/2025

Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa

Barnootaan Woyyooman!

Join our telegram channel:
26/09/2024

Join our telegram channel:

Manni Barumsaa Woyyuu bara barnootaa 2017-tiif galmee xumuruu irratti argama. Dareewwan, barsiisotaafi meeshaalee galtee...
09/09/2024

Manni Barumsaa Woyyuu bara barnootaa 2017-tiif galmee xumuruu irratti argama. Dareewwan, barsiisotaafi meeshaalee galteewwan barnootaa baayyee dabalachuun sadarkaa naannootti sadarkaa duraa qabachuuf hojii eegalee jira.

Barnootaa Woyyooman!
#1 School

Barattooti, maatiin barattootaa fi barsiisoti teenna baga gammaddan. Barattooti tun dandeettii kalaqaas baayyee qaban, y...
02/08/2024

Barattooti, maatiin barattootaa fi barsiisoti teenna baga gammaddan. Barattooti tun dandeettii kalaqaas baayyee qaban, yennaa dhiyotti kalaqa isaaniis kan isin dhaggisiinya te'a. Galati ka Waaqaati!
Barnootaan Woyyooman!

Oduu Gammadaa Barattooti Mana Barumsaa Woyyuu Kutaa 6ffaa, Bara Barnootaa 2016 Qorumsa Naannoo Qoraman %100 Darbanii jir...
01/08/2024

Oduu Gammadaa

Barattooti Mana Barumsaa Woyyuu Kutaa 6ffaa, Bara Barnootaa 2016 Qorumsa Naannoo Qoraman %100 Darbanii jiru. Harki Caalaan isaanii %90 oli fidanii darban.

Barnootaan Woyyooman!

Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa (Vacancy for Teachers)Barnootaan Woyyooman!
23/07/2024

Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa (Vacancy for Teachers)

Barnootaan Woyyooman!

Address

Oromia Region
Addis Ababa

Telephone

+251911397379

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Woyyu School posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Woyyu School:

Shortcuts

Share

Category