23/07/2025
Yaaddee jirta ? sadarkaa kanatti dhalli namaa rakkatu miira akkamii akka sitti dhagaa'amu.🥺
Nageenyi dhala namaa qofaa osoo hin taane biqiltuu fi bineensa gaaratifillee barbaachisaadha.🕊
Ilaahii ummata gaaza bira jiraadhu.🇵🇸