Yasin Haji

Yasin  Haji Arsi Jeju

04/08/2023

🌴Kana beytuu Laata ??!! 🌴🔴Qur'aanni jecha rabbii ol Aanaati karaa jibriiliin ergamaa keenyarratti buufame.🔴Waggaa23 keysatti buufamee dhume.🔴Waggaa13 makkatti buufame. 🔴Waggaa10 madiinaatti buufame. 🔴Suuraan dura buufamte "iqra"dha. 🔴Juuza30 qaba🔴Suuraa114 qaba🔴Jechoota77,439 qaba🔴Aayata6236 qaba🔴Harfii321250 qaba🔴Irra caaltuun suuraa "faatihaa"dha🔴Irra caaltuun Aayataa "Ayatul-kursiyyii"dha🔴Harfii tokko qara'uudhaaf sawaaba10 qaba!!🔴Nama isa qara'ee ittin hojjateef akiratti manguddummaa dhaabbataf❗❗Masha Allah qur'aana akkana fakkaatu qabna, Allhamdulilah haa jannuu yaa Ikhwaani fillah... Hadaraa Obboleeyyan keetiif SHARE Godhuu hin dagatin, sababa ati SHARE gooteen Namni tokko fayyadamuutu Duniyaa tanaafii waan Duniyaa keessa jiru cufarra siif caalaa beeki ! ♦♦♦ ♦♦♦
Just now ·

28/01/2023

As wr wb?

Address

Addis Ababa

Telephone

+251921683790

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yasin Haji posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share