Gamaa Gamana

Gamaa Gamana

Share

Beeksisaaf Odeeffannoo haarawwaa Lammii mara biraan kan gahu fuula egeree dhalootaaf bu'uura ta'e kana haa hordofnu.

25/03/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Simale Farre, Gutama Gamada, Aliyyii Adam, Ahmad Hamdaa, Abshiru Mosisa Asafa, Simboo Dinqeesa, Wadesa Dulo, Firii Afiirkaa, Tashoma Hilikuu, Marta Asefa, Mamad0908582961, Bulcha Abaa Simali, Nugete Waare, Remadan Gemechu

25/03/2026

🚌 Public Service Transport Service

📍 Location: Addis Ababa, Ethiopia
📅 Application Deadline: March 30, 2026

1️⃣ Professional Safety, Health and Environment Control Officer
🎓 MA or BA in Management, HR Management, Public Health, Sociology, Computer Technology, Automotive Technology, Mechanical Engineering, Traffic Science, Environmental Health, or related field

2️⃣ Gardener / Beautification Worker
🎓 Completion of Grade 8 or Grade 10 education

💼 Employment Type: Permanent
💰 Salary: Safety Officer – 18,266 ETB | Gardener – 4,000 ETB

📬 More Info & Apply:

https://hagerejobs.com/ethiopia-job/?job_detail=8240

👥 Share with others:

25/02/2026

Odeeffannoo # Kabajamtoota Maamiltoota Kaffaltii Tajaajila Boodaaf!

Lakkooftuun elektirikii ji’aa ji’aan dubbifamuu isaa mirkaneessaa! Lakkooftuun elektirikii yeroon dubbifamuu dhabuun kaffaltii dabalataaf waan nama saaxiluuf,dubbisni lakkooftuu keessanii yeroo isaa eeggatee fudhatamuu isaa mirkaneessaa! Yoo dubbifamuu dhiisuu isaa mirkaneeffattan, wiirtuu tajaajila elektirikii isinitti dhihoo jirutti beeksisaa.

Kaffaltii tajaajila elektirikii ji’aa keessan, sagantaa kaffaltii kana duraa irratti hundaa’uun, maloota kaffaltii ammayyaawaa dhaabbatichi diriirse fayyadamuun raawwadhaa.

Photos from Kotebe University of Education's post 23/02/2026
23/02/2026

የትምህርት ማስረጃ ለማረጋገጥ‼️
የትምህርት ማስረጃ ማረጋገጫ አገልግሎት ለማግኘት የሚያመለክቱ ተገልጋዮች የሚከተሉትን ቅድመ-ሁኔታዎች ማሟላት ይጠበቅባቸዋል!
=========== ============ ========= ===========
1. በጀርባው ላይ የኮሌጁ ኃላፊና ሬጅስትራር ፊርማና ማህተም ያለበት ኦሪጅናል/temporary / ዲግሪ፤
2. በጀርባው ላይ የኮሌጁ ኃላፊና ሬጅስትራር ፊርማና ማህተም ያለበት ኦሪጅናል ትራንስክሪፕት/Student Copy/፤
3. ዲግሪውን ለመማር በመግቢያነት የተያዘ ኦሪጅናል ዲፕሎማ ወይም የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ሰርተፊኬት፤
4. ዲግሪውን ለመማር በመግቢያነት የተያዘው የ12ኛ ክፍል ሰርተፊኬት ከሆነ በሀገር አቀፍ የት/ት ምዘናና ፈተናዎች አገልገሎት ትክክለኛነቱ የተረጋገጠ ፤
5. ዲግሪውን ለመማር በመግቢያነት የተያዘው ዲፕሎማ ከሆነ ዲፕሎማው በተገኘበት ክልል የቴክኒክና ሙያ ኤጀንሲ ወይም የዞን/የከተማ መስተዳደር የሥራና ስልጠና ቢሮ ትክክለኛነቱ የተረጋገጠ የደረጃ 4 ብቃት ማረጋገጫ ሰርተፊኬት (COC) ፤
6. የዲግሪ መግቢያው ከውጭ በተገኘ የትምህርት ማስረጃ ከሆነ ከባለስልጣኑ የተገኘ የአቻ ግመታ ደብዳቤ፤
7. የሁለተኛ/የማስተርስ/ ዲግሪን ለማረጋገጥ ከሆነ ደግሞ በቅድሚያ የመጀመሪያው ዲግሪ ከላይ በተገለፀው መንገድ መረጋገጥ ይኖርበታል፤
8. የስም ለውጥ ካለ የፍርድ ቤት ውሳኔ የተላፈበት ማስረጃ፤
9. የማመልከቻ ክፍያ በኤሌክትሮኒክ ክፍያ በቴሌ ብር እና በሲኢቢ ብር ፤
10. ፋይዳ ዲጂታል መታወቂያ የፋይዳ ልዩ ቁጥር FIN፤
11. ስካን (Scan) የተደረገ ሶስት በአራት (3x4) ጉርድ ፎቶግራፍ እና
12. ከላይ የተጠቀሱትን ሁሉም ማስረጃዎች አንድ አንድ ስካን (Scan) በማድረግ ባሉበት ሆነው በበይነ መረብ https://neta.gov.et ማስፈንጠሪያን በመጠቀም ማመልከት ይችላሉ፤
በተጨማሪም ቀጠሮ አስይዘው በአካል ሲመጡ በባለጉዳዩ ወይም ሕጋዊ የውክልና ሰነድ ባላቸው ተወካዮች አማካኝት ሁሉንም የትምህርት ማስረጃ ዋናውን ይዘው መቅረብ ይኖርባቸዋል።

29/11/2025

Waggaa Hojjataa Mootummaatiif Itti Kennamuu fi Hojjataan Hayyama Boqannaa Waggaa Hin Fudhanne Akkaataa Maallaqati Jijjiiramuufi Qabu.
Hojjatoota Mootummaa Labsiin lakkoofsa 215/2011 keewwata 39,40 fi 41 akkaataa hayyamni waggaa hojjataa mootummaatiif itti kennamuu fi maalaqati jijjiramu haala armaan gadii kanaan tumee jira.
39 Kenniinsa Hayyama Boqonnaa Waggaa
1) Hayyamni boqonnaa waggaa karoora mana hojichaa bu’uura taasifachuudhaanii fi hanga danda’ametti akkaataa fedhii hojjetaa madaaleen sagantaa qophaa’uu fi hojjetichiis akka beeku taasisuun bara baajatichaa keessatti ni kennama.
2) Hojjetaan boqonnaa waggaa
yeroo fudhatu mindaa ji’a itti boqonnaa irra turu dursee fudhachuu ni danda’a.
3) Tumaan Labsii kana keewwata 37 (2) jalatti tumame akkuma jirutti ta’ee, hojjetaan mootummaa tokko ji’oota kudha tokko erga xumuree booda bara baajataa tajaajila kenne keessatti baay’ina bara tajaajila isaatiin boqonnaan waggaa herregamee akka kennamuuf ni taasifama.
4) Bu’uura keewwata kana keewwata xiqqaa 1 tiin barri baajataa xumuramuun dura hojjetaan mootummaa hayyama fudhatee tajaajila isaa fedhiidhaan addaan
kute yeroon tajaajila ittiin hin
kennine herregamee yeroo boqonnaa irra ture mindaan kaffalameef akka deebisu ni taasifama.
40 Hayyama Boqonnaa Waggaa Dabarsuu
1) Tumaan Labsii kanaa keewwata 39(1) jiraatus, sababa haalli hojichaa dirqisiisuun manni hojichaa hojjetaaf hayyama boqonnaa waggaa isaa bara baajatichaa keessatti kennuufii kan hin dandeenye yoo ta’e, itti gaafatamaa olaanaa mana hojiitiin yeroo bara baajata waggaa lama hin caalleef dabarsuu ni danda’a.
Ta’us hayyamni boqonnaa waggaa itti hin fayyadamin bara baajataa sadaffaa irratti hojjetichaaf kennamuu qaba.
2) Tumaan Labsii kanaa keewwata 37(3) jiraatus manni hojii mootummaa kamiiyyuu bu’uura keewwata kana keewwata xiqqaa 1 tiin boqonnaa waggaa isaa bara
baajataa lamaaf jala darbuuf boqonnaan hayyama waggaa kun maallaqaatti jijjiiramee akka kennamuuf hojjetaa gaafateef, dursa baajata qabsiisuun boqonnaa bara baajata biraatti darbe keessaa kan waggaa tokkoo isa duraa qofti qarshiitti jijjiiramee akka kennamuuf taasifamuu qaba.
3) Hayyamni boqonnaa waggaa hojjetaa tokkoo maallaqaatti yammuu jijjiiramu mindaa hojjetichaa guyyaa tokkoo kan herregamu mindaan ji’a tokkoo guutuu guyyaa 30’f hiruudhaan ta’a.
41. Hayyama Boqonnaa Waggaa Hin Fudhatamne
1) Hojjetaa mootummaa tajaajilli isaa addaan cite hayyamni boqonnaa waggaa hin fudhatamne guyyootni hojii qofti herregamee maallaqatti jijjiiramee ni kennamaaf.
2) Tumaan keewwata kana keewwata xiqqaa 1 bu’uura Labsii kana keewwata 28tiin jijjiirameef yokiin bu’uura keewwata 30’tiin hojjetaa mootummaa ramadameef raawwatiinsa hin qabu.
Ta’us hojjetichi mana hojii mootummaa duraan keessa turetti bu’uura Labsii kana keewwata 40 (1)’tiin hayyamni boqonnaa waggaa darbeef gara mana hojii mootummaa itti jijjiirame yookiin ramadametti ni darbaaf.
fi Odeeffannoo dhimmoota seeraa itti fufinsaan argachuuf fuula facebook fi telegiramii keenyaa liinkii armaan gadii kanaan seenuun join godha👇👇
page: https://www.facebook.com/profile.php?id=100083879241632

Telegiram: https://t.me/musalawyer

24/05/2025

Beeksisa Qaccarrii

Liinkii comment jala jiru banuun Telegram Channel keenya join gootani Odeeffannoo keenya hunda hordofuu dandeessu.




Photos from Singer Getu Tashome's post 14/03/2025
Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address


Addis Ababa