Lata markos

Lata markos

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Lata markos, College & University, Addis Ababa.

14/09/2022
09/09/2022

Haa baddu Humni Onnen Bira hin Jirre Jedhe Leencii Waraabeessan!!!!!!!!!!!"""""""""""""""

09/09/2022

Jaarsa Miti
Dhugaatu Nama
Araarsa!!!!!!!!!!""""

17/08/2022

MAALIF WAL-JIBBINAA!?

'Saree!' namaan hin jedhinaa
Sareen jaalala beektii,
Namatti madaqxee
Tokkummaan jiraatti!
Harrees maqaa hin baasinaa
Harreen gargaartuu namaatii,
Dugdatti uddeellattee ba'aa namaa baattii!!

Sooressa hin jedhinaa
Hiyyeessa gad-qabdanii,
Furdaa hin faarsinaa
Qal'aa jibbitanii,
Guddaa hin jajinaa
Xinnaa tuffattanii!
Ammaaf xinnaa inni fakkaatus
Booddeen isaa guddinaa,
Ganama aduun ba'us
Galgalli dukkanaa,
Nutis gaafa duunu
Biyyootti deebinaa!
Yeroo muraasa qabnuuf
Maalif wal jibbinaa!?
!

16/07/2022

Yesus itti kan Amanu
Jireenya bara baraa qaba!!!!!

Atii maalitti Amante?

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Addis Ababa