28/02/2025
Oduu gammachiistuu
Ramadaanni bara kanaa galgala arraa tahuun beekkameera. Baga warra arra eege taate. Warra guututti soomu nuhaa godhu
Ramadaan Mubaarak!
Dear M❤️M
28/02/2025
Oduu gammachiistuu
Ramadaanni bara kanaa galgala arraa tahuun beekkameera. Baga warra arra eege taate. Warra guututti soomu nuhaa godhu
Ramadaan Mubaarak!
Nama ilaalcha sirii
qabu wanti galma
gahuu isa dhorgu
tokkolleen hin jiru.
Yaa Rabbi
Akkuma Nagayaan Ramadaana nu jalqabsiifte kanatti nagayaan nu Raawwachiisi!
Mubarak
Oll of Muslims