Grade 10 English Online at Tade Biru

Grade 10 English Online at Tade Biru Education

Answer the following question and tell us reasons if your answer.
05/03/2026

Answer the following question and tell us reasons if your answer.

07/12/2021
15/09/2021

Guyyaa 05/01/2014

Manneen Barnootaa Bultii Addaa Ifa Boruu Sad. 2ffaatiif Barsiisotni Jijjiirraa Keessoon Akka Dorgoman Ifoome.

Biiroon Barnootaa Oromiyaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Ifa boruu Sad. 2ffaa torba (7 ) Oromiyaa bakkoota adda addaa jechuunis Najjoo, Beddellee, Amboo, Negellee , Dodolaa, Haromaayaa fi Ya'aballootti ijaarsisee xumursiisuun bara barnootaa 2014tti hojii baruu barsiisuu eegalsiisuuf qophiirra akka jiru beekamaadha. Bu'uuruma kanaan barsiisota manneen barnootaa bultii addaa barsiisaniif miindaa qabatan irratti 'top up' , kiraa manaa fi geejjiba kaffalee hojjechiisuuf beeksisi jijjiirraa keessoo baasee jira.
_Gosa barnootaa gaafatame Afaan Oromoo, Afaan Amaaraa, Afaan Ingilizii, Herrega, Baayoloojii, Keemistrii, Fiiziksii, Ji'oograafii, Seenaa, Siiviksii, ICT, GUddinaaf i Jabeenya Qaamaa/GJQ/, Social antropology, Counsling Psychology, Laboratory( Fiiziksii, keemistrii fi Baayoloojii) fi Tekinishiyaana ICT ti.

Bakka Dorgommichi itti geggeeffamu:
1. Mana Barnootaa Bultii Addaa Najjoof- Yuuniversiitii Wallaggaa fi Danbidoolloo
2. Mana Barnootaa Bultii Addaa Amboof - Yuuniversiitii Amboo fi Salaaleetti
3. Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddeelleetiif- Yuuniversiitii Mattuu fi Jimmaatti
4. Mana Barnootaa Bultii Addaa Yaabellootiif- Yuuniversiitii Bulee Horaa fi Booranaatti
5. Mana Barnootaa Bultii Addaa Negelleetiif- Yuuniversiitii Madda Walaabuu fi Arsiitti
6. Mana Barnootaa Bultii Addaa Haromaayaatiif- Yuuniversiitii Haromaayaa fi Odaa Bultumitti yoo ta'u
7. Mana Barnootaa Bultii Addaa Dodolaatiif ammoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa darbii 1ffaa Daayirektoreetii Misooma Barsiisotaa fi Hog. Barnootaatti akka galmooftan ibsaa guyyaan galmee Fulbaana 05 hanga Ful. 15/2014 akka ta'e BBO isin beeksisa.
Ulaagaalee dorgommichaaf barbaachisu xalayaa kanaa gaditti maxxanfamu irraa argachuu dandeessu. Maddi Biiroo Barnoota Oromiyaa.

21/10/2020

Eessa Jirtaa Dhugaa?

26/05/2020
Learning to Learn.Learn English to boost your language competency.
22/04/2020

Learning to Learn.
Learn English to boost your language competency.

Lesson One : Active and passive  Follow the presentation.
18/04/2020

Lesson One : Active and passive
Follow the presentation.

18/04/2020

Watch and understand the work of God

The general objective of this page is to provide interesting contents relating to grade 10 students' text to the learner...
17/04/2020

The general objective of this page is to provide interesting contents relating to grade 10 students' text to the learners.

Address

Gulale
Addis Ababa

Telephone

+251917031452

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Grade 10 English Online at Tade Biru posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The School

Send a message to Grade 10 English Online at Tade Biru:

Shortcuts

Share

Category