07/01/2021
♀️ ♂️ !
====================================================
Bareedinni kan jiru fuula irra osoo hin ta'in ifa onnee keessatti argamuudha.
********
♀️Namni beekaan onnee lama qaba. Tokko yoo jalaa madaaye tokkoon qabsaaya.
*********
Karoora guddaa karoorsiturra Dalagaa xiqqoo hojjattutu irracaala bu'aa qaba.
***********
♀️Dhugaan yeroo kamuu qullaa deemuu ni danda'a. Sobni garuu yeroo hunda uffatee tuulatee bareedee mul'achuu qaba.
***********
♀️Jaalalli hanga adda ba'iinsi isaa gahutti gadi fageenyi isaa hin beekamu.
***********
Gammachuu fi gaddi addan hin bahan. Walumaan sibira dhufan.tokko adda sicinaa yoo taa'u tokkommoo mana hirribaa kee keessa akka jiru hin dagatin.
***********-
♀️Nama jaalattu tokko iddoo fedhe akka deemu hayyamiif. Yoo kee ta'e deebi'ee dhufa. Yoo kee hin taane immoo ni hafa.
***********
♀️Jireenyi Jaalala hin qabne akka muka firii hin qabneeti.
***********
Yoo sitti tole
31/12/2020