Biftu Page

Biftu Page

Share

Page kanarratti Tajaajila Fayyaa, Yaala Qoricha Aadaa irratti Hojjanna.
⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐⭐
This Page Is For Treatment Services Of Diseases By Traditional Medicine.

Those of you who join us One person to ten people 10 Share and give them to use! Thank you

06/05/2026

Say Masha Allah.

Kabajni Dubartii Uffataani.




Biftu Page Follow, Sher, Like

Photos from Biftu Page's post 04/05/2026

QORICHA JABAA Namni Manaa dhabuu hin qabne Innis Kommoona jedhama

FAAYDAA , الكمون ykn, BOONQAA..
**************************************************
Kammoona irraa maaltu nyataama?
Innii haala ( 3) qaba
1.Firii isaa
2.Baala isaa fi
3.Hundee ykn huddu

ITTI FAYYADAMa isaa
********************&
1.Firii isaa shaayi wajjiin akka zanjabiil fayyadamnutti fayyadamna.
2. Baalaa fi hundee isaa waan nyaatamu wajjin goone fayyadamna.
3. 1 fi 2 irraa kan argame fayyadamu nidandeessa humaa rakko fidu.

MALIIF GARGAARA?
************************
1.Kammoonni nama gaggabuuf kan onneensa akkaan dhawattee(harkifaatte) gaggabsituuf dawwaadha akkuma shaayitti fayyadama.
2. Nama qufa’uf (utaallo) qabuuf dawaadha.
3. Nama bokhoke ykn hafuurri garaa guutef dawaadha.
4.Dhukkuba marrimaan gurguddaa handhuura kara mirgaa jalaa ka’ee kara bitaa deemuf dawaadha.
5.Kammoonni Nama cinaachi dhukkubuuf dawaadha.
6.Dhukkuba kaleetiif cirracha qabaatuus ni baasa.
7.Nama Fincaan hedduu irraa hin baane irraa baasa akkasumaas uffaa fincaani nibana.
8. Kemikaloota gara garaa kan qaama keenya miidhu baasuuf.
9. Nama summii dhugeef nigargaara .
10. Nama ijji dhukubdeef dawaadha.
11. Kammoonni habaabii fi dabbaquula waliin walitti maknee fayyadamnee nyaata namarra daleeysisa akkasumaas dhukkuba garaachaatif dawaadha.
12. Nama dhukkuba busaa ykn dhukkuba nama leeyduuf dawaadha.
13. Kammoonni hiqqiffoof dawaadha.
14. Kammoonni dhukkubbii mataatif dawaadha.
15. Wantoota sababa cufaamu qaama kenyatiin qaama irratti ba'uu fknf dhuullaa, maasha fi kan kana fakkaatan.
16. Qaama sababa diraamu sibiila qara aban fi madaa namarra deemtuuf gubanii daara isaa deeymaan ykn bishaanin dibatan ni qoorsa.
17. Dubartii deessef akkaan aannan joolleef copsa wahii wajjiin yoodhuyde(kansaari fiixee harmaa).
18. Dubartii laguun hedduu irraa hin baaneef. i
19. Nama dhiiga danfaa qabuuf dawaadha.
20. Rakkiina wa irraanfaanna(xiinsaammu) yokan (yaadannaa namaaf fida keessattuu zanjabiili wajjin akkaan waa nama yaadachiisa.)
21. Dhukkuba kaansari fiinxee gadameessa namarraa ittisa.
22. Dhukkuba onnee namarraa ittisa.
23 Dubartii dhiigni isii al-seruumaa hin qabnee.
24. Foolii afaanii ykn afaan ajaahuf dawaadha.
25. Nama gaastirik qabuuf dawwadha.
26. Kammoonni dhukkuba copxootiif dawaadha.
27. Nama Fincaan akka malee gubuuf dawaadha.

Biftu Page Follow, Sher, Like godhi.

Qorichoota hedduu fi Akkaataa fayyadama isaa karaa Comante jalaa Liinkii seenuun fayyadamaa.

Biftu Edoucation - WhatsApp channel 04/05/2026

Hubachiisa.
Wantoota karaa kanaan Maxxansuun Dhoorgamu karaa Chanaala gadii kana irraa argattu.
Warreen Nu hirdoftan Jion godhaa seenaa

Warreen Whatsapp hin fayyadamne ammoo Karaa Comante naaf himaa.

Biftu Page Sher gochuun Uggura jala jirra waan taheef Saahibboota keeysaniin gayaa.


Biftu Edoucation - WhatsApp channel Follow Biftu Edoucation's WhatsApp Channel. Our goal is to teach and practice traditional medicine. Please Share this Chenal with your Friends as soon as you enter!. Join 33K followers for the latest updates.

Photos from Biftu Page's post 04/05/2026

Qoricha sihirii jajjabaa kana beektaa?
Gosoota garagaraa 10 kanaan wal bari
Qorichoota kana keessa kam beekta/beyita

Dawaa sihirii humnaa guddaa qaban kana kan beeytu komeentti jalattii barreessi
Akkumaa haasinnii shira sitti hin xaxxneefiin si barsiisuu deema

Maqaan isaanii kana
1,udusaliib.
2,Roqaa.
3,Qurquraa.
4,Qabaricho.
5,Irqasuus.
6,Kaamoomil.
7,Miskii.
8,Tamira.
9,Xalaxaam.
10,Haltiit.
Yaroo biraa balinaan qabadhee dhufa.

Jidduu kana Peejii keenya kana Uggurri waan irra jiruuf Sher Koppi Liinki gochuun namootaaf ergaa.

Baldhina barnoota kanaatiif karaa Liinkii kanaa Seenaa. Jion godhaa!

👇👇👇👇👇
https://whatsapp.com/channel/0029VbA9JDxDTkKAyRREel2f



Biftu Page Follow

04/05/2026

Dhukkubni kalee dawaa kana bira hin dabru
Dhukkuba kalee gosa kamiin Rakkatte

Nama dhukkuba kaleen miidhame ilaallata dhukkuba kalee gosa kamiinuu rakkattan dawaan kun furmaata ajaa'ibaa siif ta'a
Itti fayyadamaa laalaa mee

Dhukkuba kalee gosa hundaafuu dawaadha
Cirracha kalee caccabsee fincaanii wajjin sirraa baasa
Infekshinii kalee dha gosa kamuu sirraa dhiqee qulqulleessa akka ajaa'ibatti
Dhukkubni kalee hangafadhe cimullee si fayyisaa

Maqaan qoricha kanaa MURRII jedhama
Mana qoricha aadaa hundatti ni argama

Akkaataa itti fayyadama isaa
Daakuu isaa fal'aanaa xiqqoo 3 bishaan qulqulluu leetira 2 wajjin daqiiqaa 3 ibiddarratti danfee ergaa qabbaneeffame guyyaatti yeroo 3 dhuugdan fakkeenyaaf ganama yeroo sa'aa lama guyyaa keessaa yeroo sa'aa 6 galgala halkan irraa sa'aa 3 ykn 4 dhugdaan

Akkasiin guyyaa 5 fayyadamtan dhawaa ajaa'ibaati akka ajaa'ibaatirraa fayyita bakka inni jiru barbaadi itti fayyadami
Yaad dabalataa yoo qabaattan karaa Whatsapp: 0956467379

https://whatsapp.com/channel/0029VbA9JDxDTkKAyRREel2f
Karaa
https://t.me/BiftuEdoucation1

Biftu Page Sher godhaa! Follow godhaa!!

#

Photos from Biftu Page's post 04/05/2026

Haala itti fayyadamaa Muka makkanniisaa
*********************************************
Faayidaalee makkanniisaa fi Haalli itti fayyadama isaa kunootii.

Farra Baakteeriyaa fangasii, farra Jarmii, Raammoo Maxxantuu, farra Jaardiyaa fi Maalaariyaa waan ta'eef, Summii fi balfa, dhangala'oo garaa,garaa, dhukkuboota nutti fidanu, Qaama Namaa keessaa, Qulqulleessee baasaa,
Nama Garaan Gogeef dawaa Cimaadha, makkanniisa Wantoota Armaan Olitti ibsamaniif, haalli itti fayyadama isaa gogaa yokan quncee isaa, baala isaatii, wajjiin walitti Tumamee, daakuun isaa Fallaana guddaa 2 Bishaan leetira walakkaa wajjiin walitti makamee daqiiqaa 10 danfisamee Erga Qabbanaawaeen Booda ganama garaa duwwaatti fudhatamaa. Hanga Sa'aatii 6 waan tokko hin nyaatin hin dhugin, Akkasumas hojii hin seenin Boqonnaa fudhachuu qabduu, haala kanaan Guyyaa 2 itti fayyadamaa..
Sirna Bullaa'insa soorataa Garaachaa fi Marrimaan (Digestive System Detoxification) keeysaa summii (Detoxification) Qulqulleessaa.

Summii kalee fi Tiruu keeysaa Qulqulleessuuf, Dhukkuboota ittisuuf Makkanniisa, Hundee yokan hiddaa Fi gogaa yokan quncee, Jiidhaa isaa walitti Tumamee, daakuun isaa Fallaana guddaa Tokko bishaan Burcuqoo guddaa 2 Wajjiin walitti makamee Daqiiqaa 10 Danfisamee ho'aa isaa Ganama garaa duwwaatti dhugama guyyaa 3 itti fayyadamaa..

Dhukkuba Ambeebaa yaaluu fi dhukkuboota Baakteeriyaa fi jarmoota garaa,garaa, kan miidhaa qabanu, garaa keeysaa Qulqulleessuuf, makkanniisaa baala jiidhaa isaa Tumamee fallaana, guddaa Tokko Bishaan Burcuqoo Tokkotti Naqamee Daqiiqaa 10 Danfisamee ho'aa isaa Ganama Garaa Duwwaatti dhugama, Hanga Sa'aatii 6 waan Tokko nyaachuu fi Fayyadamuun hin hin ta'uu!
Haala kanaan guyyaa 3 fayyadamuun bu'aa guddaa qabaa.

Sirnaamarsaa dhiiga Laguu dubartootaa Sirreessuuf Akkasumas Hiddoota Qaamaa fi gadameessa, keessatti ititee, Kuufamee hafe, Qulqulleessuuf makkanniisa baala fi Hidda isaatu walitti Tumamee, Akka Shaayiitti Danfisamee Qabbanaa'e ganama garaa duwwaatti Burcuqoo Shaayii tokko dhuguma, haala kanaan Guyyaa 3 qofa itti fayyadamaa..

Nama ilbiisota Summii qabanu kan Akka Bofaa, jawwee,Qaajibboo, Nama hiddameef,
Makkanniisa baalli isaa fi gogaa, yokan Qunceen isaa Walitti Tumamee, Qaama bakka hiddamee miidhame, irratti, Hidhamaa,
Sa'aatii 6 booda irraa miiccama ykn dhiqamee, Ammas akka haaraatti itti hidhamaa, haala kanaan guyyoota torbaaf itti fayyadamaa, summii qaama keessaa balleessuuf garaatti dhuguunis Dirqamaa..

Forforrii fi Qaaqee mataa yokan waan akka Roobbii, madaa Rifeensa keessatiif
makkanniisa Baala isaa Xixiqqoon Tumamee Cafaqame Rifeensa mataa-tti dibamaa, yoo shamarran ta'ee daaku baala makkanniisaa fallaana guddaa 3 Bishaan leetira tokkoo wajjiin walitti makamee Rifeensa-tti dibamaa, Sa'aatii 3 booda Bishaan ho'aan
Miiccama ykn dhiqamaa, Haala kanaan guyyaa 7 itti fayyadamtuu.

Dhukkuboota Gogaa Kan Akka hoqxoo fi Sibiijjii, Cittoo fi Alaarjii gogaa qaamaa fi kkf Yaaluuf
Makkanniisa Baallii isaa Tumamee gogaa qaamaa bakka dhukkubni jirutti Dibama, Daqiiqaa 30 Booda Bishaan Qulqulluun miiccama ykn dhiqamaa, baala makkanniisa haala kanaan guyyaa 7 itti fayyadamuun dhukkuboota gogaatiif, Bu'aa gaarii qabaa..

Dhukkuba gaggabdoo Salphisuuf,
Dhukkuba Wabaa yokan Busaa,
Dhukkuba Sombaa fi Qorraa
kan Akka Asmii fi Utaalloo, Qofaa. Taayifoodii Fi Taayifeesii,
Makkanniisa Baala isaa fi hidda isaa walitti Tumamee, Fallaana Guddaa tokko bishaan Burcuqoo Tokko Wajjin walitti makame daqiiqaa 10 Danfisamee Qabbanaa'e ganama garaa duwwaatti dhugama,
Haala kanaan Guyyaa 3 hanga 5 itti fayyadamaa...

Dhukkuba Dhiiraa yokan Cobxoodhaaf
Makkanniisa baala isaa Xixiqqoon yokan Xobbeen, Tumamee fallaana Guddaa 2, Bishaan leetira walakkaa Wajjin walitti makame daqiiqaa10 Danfisamee, Erga Qabbanaa'een booda, ganama garaa duwwaatti burcuqoo tokko dhugama, guyyaa 3 haala kanaan itti fayyadamaa.

Qaama Sibiilli muree, yokan Waraanee, dhiigni isaa Dhangala'ee irraa Dhaabachuu dideef, makkanniisa Baalli isaa Xixiqqoon Tumamee Qaama bakka murame Sanatti dibama dhiiga Dhangala'u, Dafee Namarraa dhaabaa, madaa qaamaa hatattamaan fayyisuu dandayaa..

Haalli itti fayyadama muka makkanniisaa kutaa Tokkoffaan kana Fakkaata, kutaa itti Aanu keeyssatti waan irraa hafe post isiniif goonaa....

Makkanniisni Faayidaa Guddaa Qabaa Hata'uu Garuu faaydaa guddaa qaba jechuun miidhaa hin qabu jechuu mitii ‼️ Kanaaf
Yeroo itti fayyadamtanu Of Eeggannoo gochuu qabduu

Yeroo makkanniisa fudhattanu of Eeggannoo Armaan gadii gochuu qabduu..

1. Dobratoota Yeroo Ulfaa fi daa'ima hoosisanu yokan (Pregnancy and Breastfeeding) makkanniisa hin fudhatinaa.

2. Daa'immannii fi Namoota Umriin manguddootaa yokan (Children and Elderly) Ta'aniif makkanniisa hin kenninaa.

3. Qorichoota Ammayyaa wajjiin walitti bu'aa yokan (Drug Interactions) Yeroo Qoricha Ammayyaa fudhataa jirtanu makkanniisa hin fudhatinaa.

Waan asirrattimaxxansuun hin hayyamamne karaa Liinkii gadii kanaan seenaa.
👇👇👇👇👇👇

Photos from Biftu Page's post 04/05/2026

👈

Haala itti fayyadamaa Muka makkanniisaa
*********************************************
Faayidaalee makkanniisaa fi Haalli itti fayyadama isaa kunootii.

Farra Baakteeriyaa fangasii, farra Jarmii, Raammoo Maxxantuu, farra Jaardiyaa fi Maalaariyaa waan ta'eef, Summii fi balfa, dhangala'oo garaa,garaa, dhukkuboota nutti fidanu, Qaama Namaa keessaa, Qulqulleessee baasaa,

Guutuu barreeyfama Akkaataa itti fayyadama Qoricha kanaa Comante Tokkoffaa irraa argattu.

Biftu Page Follow, Sher, Like gochuun nujajjabeeysaa.

👇

04/05/2026

Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all your support! Amaan Takkalaa, Alemu Bekele, Mahammad Abdii Warra Harargee, Nasir Abdala, Ibsa Abraahim Bakar, Mitiku Tolassa, Awwal Qaasim

04/05/2026

Qurunfud Akka Shaa'itti dhaabanii dhuguun bu'aa guddaa qaba.
1.Dhiigni keenya qulqullina akka qabaatu.
2.Bareeduna Fuula keenyaa fi Coraa qaama keenyaa.
3.Dhukkuboota akka dadhabina Onnee.
4.Rikkina Qunnamtii saalaa irratti nama mudatu......

゚viralシfyp ゚viralシfypシ゚viralシalシ ゚viralシfypシ゚viralシ

04/05/2026

Ajaa'iba.

Say masha Allaah.


゚viralシfyp

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

https://t.me/BiftuEdoucation1, https://youtube.com/@biftutoube?si

Address


Finfinnee
Addis Ababa