Farhen leenjiisaa diidda karaamilee

Farhen leenjiisaa diidda karaamilee

Share

Gumii warraan Diiddaa Gaabrumaa..

04/10/2023

Lolaa WBO hundaa hirmachisuu
Boruu bahaa oromiyatii Aana Gooro Guutu irratii nii gaaggeeyfama.

Photos from URJII ELEMO's post 27/10/2022
27/10/2022

Barattoota Yuunivarsiitii Mattuu hundaaf
Yuunivarsiitii Mattuutti Barattootni sagantaa idilee (Regular), guyyaa boqonnaa (Weekend) fi sagantaa galgalaatiin (Evening) Digirii tokkoffaa fi lammaffaa barataa turtaniifi boqonnaa gannaa irra kan jirtan hundaaf, yeroon galmee bara barnoota 2015 kan gaggeefamuu Sadaasa 1-2/2015ALI (Nov.11/12/2022G.C) akkasumas adabbiidhaan Sadaasa 3/2015ALI (Nov. 13/2022G.C) waan raawwatuuf mooraa Yuunivarsiitii Mattuu fi Kaampaasii Baddaleetti qaamaan argamuun akka galmooftan isin hubachiisaa barnootni Sadaasa 5/2015 ALI kan eegalu ta’u isin beeksiisna.
Daayireektooreetii Rejistraaraa Yuunivarsiitii Mattuu
Odeefannoo dabalataaf:
www.meu.edu.et
https://t.me/mettuniversity

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address


Addis Ababa