16/11/2025
Haqaaf dhaabbadhaa, yoo ofii kee yookaan warra (haadhaa fi abbaa) irratti ta’ellee. Fedhiin kee(wanni ati barbaaddu) akka haqa irraa si hin jallisne.
“Stand firm for justice — even if it is against yourself or your own parents.
And do not let your desires lead you away you from the truth.”
— Surah An-Nisa 4:135
✨ Haqaaf dhaabbachuun yeroo hunda salphaa miti. Garuu namni Rabbii sodaatu dhugaa filata — haqa irratti dhaabbata.
May Allah make us people of fairness, courage, and integrity. 🤍✨