20/04/2026
- Namni si jaallatu, akka siif hin taane hin qabu.😊
Miidhama kee hin fedhu, si dursee waa'ee kee dhiphata. Laga ati buutu si faana bu'a, iddoo ati dhaabbattu si waliin dhaabbata. Osoo sitti hin qaanfanne mudannoo jireenya si qunnamuu si wajjiin simata. Tattaaffi ati jireenya kee irratti gootu si wajjiin irratti hirmaata!
20/04/2026
Kaadireen Itiyoophiyaa xiqqoon tokko eda bakkaa lakkofssa kiyya argate rabbi haa beeku? natti bilbileeti akkana jadhe— “Nuti warra diasporaa hunda waan itti jiru tokko tokkootti isin quba qabnaati yoo if eggattan gaarii dha” ja’ee na kolffisiise.
Aniis hanga inni jacha afaan irraa fixatu egeen, Abbaa kiyya isin diasporaa keyisattu warra akka kiyyaa kan biyya humnna isin caalaa qabdu jiru dhisii qa’ee hadha teetiittuu mixii tuqu hin dandeessu deem biyya tee tan durriyyeen kiisha seenaa, ummata dorsiisaa isin jalatti fixaa bulchu jirtu saniif furmaata barbaadi dura moraalii telefona koo irra bilbiltee dubbattuun qabaatuu dura nageeya biyya teetii sirreeyissi kottun ja’een.
Itti aansee waan duutuu akka keeti kana dhisii, hoggantoota wayyaanee gurguddaa motummaa biyya kanaa waliin hiriiroo bareedaa qabaatu tureehuu afaan qabeetiin jilbibbachisee uf irraa galchuu ture, garuu maala-yaaniin akka kee kun ammoo osoon ani isin hin barbaanne dhufttee dubbii na barbaaddan funyaan qabeen si fannisaa naaf kottuu, hogganoota keetiis anaatu direct itti bilbilee waan narraa fedhan gaafataa ati uf hin dhiphisin jadheen irraa cufee hujii kootti deebii’e.
Yaada kana wantiin barreessuf fardii or waan guddaa nama yaachisuu qabu tahee yeroo balleeyisse namaaf himuu osoo hin taane, namoota wallaaloo sammuun fageeyissee yaaduu hin dandeeyne humnna ufii hin beeyine akkamiitu bulchinssi Itiyoophiyaa hoggana keeyissaa qabaa beekuufi.
Akkasuma gaafa inni daangaa dabree asitti na barbaadu ani immoo kaniin rafee dachi baqeeyixxen hodha isaan eggadhu itti fakkaate, Ammaahuu oromoo bulchinsa jollee teenyaati jattee isaan abdatu hin qaanyeessu jadheen siyaasaa dhisee callise malee, sammuun osoon umriin hin bilchaatinuu warra kaan ka isaan guddise hunda biyyee nyaachisaa ture arra irra jabduu, dandeetti fi dinaggees waliin guddadhee jiru humnna qabaatuu koo dagatuu isaaniiti.
Asumaan jollee teenya tan naamusa hin qabnee daangaa ala dabaruu feedhuun, adabadhaati hujii keeyissan hojjadhaan jach
19/04/2026
Namnii fayyaa Abbaa ofii jalatuu qoftiin daqiiqaa 1qofaa fayyadamii Fayyii jedhii dabrii please 😭 😭 😭 😭
19/04/2026
Fuula ifuuf ilaalcha gaarii qabaachuun madda gammachuu sammuuti.🤎❤️💪
19/04/2026
baraa kana lubu ko Jedha lubu kee basa💔😭🖕
19/04/2026
Ati wareeggamuun;
-Namoota hin beekamiin hedduuf beekamtii kenneera!
-Maqaa kee ofitti maxxansee kan duroomes hanga hin qabu!
-Namni dhugaa kee onnee irraa dubbate nama muraasa! Otoo SI tahe garuu hanga haqa namaa argitutti of duuba hin deebitu SI beeka!
Fkn Dhugaa Daadhii Galaan kan baase tokko Suma!
Walumaa galatti wareeggamuun kee namoota hedduuf madda galii gaarii tahe!
Haceekoo ati nama fakkeessuufi akeessuu hin beekne dha!
Gaafa SI dhabne waan meeqa dhabne!
Ilmoo dhugaa! Kutattuu gita hin qabne!
Haqa kee waaqni hin gatiin!
Maal jedhu kana caalaa? Madaa yoomiyyuu hin fayyine dhukkubsachaa jiraanna! 💔
19/04/2026
Abiy Ahmed Ali Sanyii Kan diinaf gad-hin jenne💪 Waggaa kuma nu bulchita ganaa❤
Ati kaayyoo keetif malee waca namaatif gurra laattee hin beektu silas✅ Fulduratti malee yeroo hundumaa kara duubaa deemun hafe gonkumaa👌 ዬኛ ጀግና ዬኛ ኑጉስ የ አባ ጂፋር ዘር🥰
19/04/2026
Bareedina Shamarranii keessaa 1 barreessaamee✍️
19/04/2026
Suuraa kana miidiyaa Haawaasaa kanarraan arge😭
Yoomiifi eessatti akka ta'e hin beeku😭
mee warri odeeffannoo guutuu qabdan yoo jiraattan nuuf qoodaa😭😥
Ayi dhala namaa😥
19/04/2026
mucaan walloo tokkoo bilbilaa kee comment godhii mee wayiif jehe