Private school

Private school Odeeffannoo dhugaa dhaloota qubeef

19/01/2026

Oromoon beekaadha garuu, Kan akka WALLAGGAA beekaan hin jiru💊💊

19/11/2025
18/11/2025

13/12/2024

Oolmaa Gaarii,Guyyaa Dansaa Qabaadhaa🎆🎆🎆🎆

04/12/2024

Bunaa fi Qola Bunaa
fi gidduu garaagarummaa guddaatu jira.Bunni(qishira) hangaan xixiqqaa ta'us Kan baayyee barbaachisuu fi Isa gati jabeessadha.bakka tokko bakka biraatti socho'ufis cunqursaa guddaatu irra gaha.
garuu hangaan gurguddaa ta'us namni kamiyyuu Kan Isa hin barbaanne, Kan gatamuu fi haala yeroo irratti hundaa'un qilleensi gara barbaadetti Kan oofudha.


fi.k.k.f Kan hin qabnedha.
Ati Isa gati jabeessa.Kaayyoo kee atis beekta, Anis beeka, Uummatichis beeka kanaaf si jaallanna, si dinqisiifannas.
Qamadii fi ingirdaadi Adda ba'uun isaanii waan hin oollef adda ba'a jiru, Adda ba'us qabu. Yaada kooti😏😏

English
11/11/2024

English

13/11/2023

Odeeffannoo wayiitaawwaa argachuuf page kana



Gochuun nu deggeraa.

21/04/2023

Eid mubarek all muslims

  ✝️✝️✝️Isin jaallanna.Nuuf jiraadhaa ,Saba keessaniif isin namoota baayyee barbaachisoodha😍
18/02/2023

✝️✝️✝️
Isin jaallanna.Nuuf jiraadhaa ,Saba keessaniif isin namoota baayyee barbaachisoodha😍

Artistoonni keessan akkasitti cabbii fakkaatanii jiru.  gochuudhan gameessota keessan bira dhaabbadhaa. Kkkkkk
08/02/2023

Artistoonni keessan akkasitti cabbii fakkaatanii jiru. gochuudhan gameessota keessan bira dhaabbadhaa. Kkkkkk

Address

Jemo
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Private school posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category