Kakuu Teshome

Kakuu Teshome

Share

Jesus Lords

15/11/2022

Ameeeeeeeeeeen jedhii amaniittii

27/10/2022

Bu'aa ba'ii tureem karaan deemsa fannoo ati garuu yesusko
Achumarran deemtee galmeessite injifanno🙏 gooti si caale hin jiru

27/10/2022
19/10/2022

Ameen jedhii darbii siif ta'atii

11/10/2022

Wangeelaaf Qalame

Du'a Ulfina Qabeessa dha😭😭
"Dargaggeessi asiin gadiitti argitan kun hojjetaa wangeelaa Habtaamuu Bantii jedhama. dhimma wangeela mootummaa Waaqayyoo dhugaa ba'uuf baadiyyaa gara arsii kana deemanii utuu lubbuu Kiristoosin hinbeeknetti dhugaa ba’anii warrii gooftaa tti hin amanne billaadhaan qal**n.Habtaamuun abbaa ijoollee lamaa ture. Kunoo akkasitti ergama guddicha kiristoos nutti kennee ol bahe utuu qabatee deemuu dhugaa wangeelaaf wareegame.

08/10/2022

Ameeeeeeen jedhaa ergaa galgalaa kanati page kiyyaa like share follow gochuun naa degeraa iddoo gaarii bulaaaa

05/10/2022

Dhaloonni wangeela jireenyaa qarshii dhibba 300n bitee hin dubbisneefi osoo tola laataniifiiyyuu hin fudhanne har'a qaama isaa waaqayyo uume gurguree waanta waa'ee hinbaasneefi waaqayyoon gaddisiisutti sharafu kun EGEREE isaa maal akka ta'u tilmaamuun nama rakkisaa laata? Dhalli namaa ofii gammadee wal gammachiisuuf jecha maaliif waaqayyoon gaddisiisuu hojii idileesaa godhatee garuu?

Yaa waaqayyo fuula araarakee gara keenyatti deebisi🤲🤲🤲🤲🙏🙏

01/10/2022

Ameeeeen jedhaa iddoo gaarii olaa matii gooftaa

28/09/2022

Anis Wallagga ‼️😭

27/09/2022

Iyya Birmannaa Dhabe

Godina Horro Guduruu Wallaagaa Aanaa Amuruu ganda gobbuu jedhamutti, Uummata lubbuu isaa oolfachuuf gara Waldaa Kiristaanaa Masarat Kiristoos tti baqatan Church waliin gubani. Kan dhumu dhumee humna kan qabu gara magaalaa Shaambuu tti baqata, kan humna hin qabne irbaata du'aa ta'aa jira. Uummata garraamii kan orma hammatee waliin jiraachaa turetu amma laftii fi samiin itti dukkanaa'ee waan godhus waan ta'us dhabaa jira. Adaraa walii birmanna! waliif iyyina!

Yaa Waaqayyoo uummata humna dhabeef humna ta'i maaloo🙏😭😭

24/09/2022

Ameeeeeeeeeeeeeen

22/09/2022

COMING SOON!
Nagaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu jechaa yoo fedhaaf jaalala waaqayyoo ta'e yeroo dhiyootti faarfannaa mata dureen isaa # jedhu qabadhee dhufaa waanan jiruuf hammasitti fi gochuun hiriyoota keessan qaqqabsiisaa na eegaa.

!
Well come bro

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Addis Ababa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00