Dildila bilisummaa oromoo 39

Dildila bilisummaa oromoo 39 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dildila bilisummaa oromoo 39, School, Addis Ababa.

Harqoota gabrummaa ,gateetii tiyya na uree,na cabse,dabarsee ilmaan kiyyaan gayurra an du'ee haa dhaalan malee ykn waliin haa duguugamnu malee ,sobee ,badhaadee ,leelloo jireenyaa isaan hin dhaalchisu

08/05/2023

Waan irratti waliif galle irratti waliif gallee jechuun agarsiisuu dubbii kallattiiti!

Waan irratti waliif hin galle irratti akka waliif hin galle waliif galle gochuun ammoo agarsiiftuu waliif simachuu yaadaa isa ijoo fi waliif hubachuu danqaalee jiraachuu malanii tahuun qabxicharratti akka waliif gallu abdiin jiraachuuf agarsiiftuudha!!

07/03/2022
17/02/2022

Guyyaan irraanfatamullee,garuu,guyyaan gaarriis haa ta'u hameenya ati guyyichatti raawwatteen tokkoon tokkoo guyyaa ni yaadataman!

Oromoo tiyya!!
07/02/2021

Oromoo tiyya!!

07/02/2021

Harqoota gabrummaa ,gateetii tiyya na uree,na cabse,dabarsee ilmaan kiyyaan gayurra an du'ee haa dhaalan malee ykn waliin haa duguugamnu malee ,sobee ,badhaadee ,leelloo jireenyaa isaan hin dhaalchisu

06/02/2021

Warri etohiopianotaafi oromoo garaa walitti madeessuu barbaaduufi ittiin milkaa'aa ture,arraas saalfii dhiisanii,biyya ijaaruu caalaa ,isa dur deeffachuuf hawwuufi abjuu isaanii dhugoomsuuf,sakaallaa kajeelan ,taatee juntoota mudate mudachuun isaanii waan hin oolle tahuu akka hubataniif saboota,ethiopianotaaf ergaa kan dabarse,I/gaafaatamaa waajjira paartii badhaadhinaa damee oromiyaa ,Obbo Fiqaaduu Tasammaati!!
Waan dhugaati dubvichi!
Garuu hayyuu,beektotaati ija oromoo ukkaamsanii ofii Saba oromoofi sabboonunmaa oromoo balleeysaa ,dhugummaafi shirummaa yaada isaanii oromoo biratti akkamitti akka ilaalamuufi humna oromoo fayyadamuufi umrii dheeryfachuuf akka hin taane sii achi Adda baati!
Walumaan ilaalla!

26/10/2020

Miirri biyyummaa keessan itoophiaafi moo oromiyaaf laalate?

Kiyya addaan baasuuf yoon na dhibuu isaa beekhuuf ja'u

Dhiigaatu natti na danfa!

08/08/2020

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dildila bilisummaa oromoo 39 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category