“Yesus, "Dhuguma, dhuguman sitti hima, eenyu illee olii yoo dhalachuu dhaabaate, mootummaa Waaqayyoo arguu iyyuu hin danda'u" jedhee deebiseef.”
— Yoh. 3:3
Alazar Gosa
bible teaching, counselling, tutorials, motivational & encouragement
2ኛ ጴጥሮስ 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁰ ይህን በመጀመሪያ እወቁ፤ በመጽሐፍ ያለውን ትንቢት ሁሉ ማንም ለገዛ ራሱ ሊተረጉም አልተፈቀደም፤
²¹ ትንቢት ከቶ በሰው ፈቃድ አልመጣምና፥ ዳሩ ግን በእግዚአብሔር ተልከው ቅዱሳን ሰዎች በመንፈስ ቅዱስ ተነድተው ተናገሩ።
“Akkasuma karaa Kristos Yesus nama Waaqayyoo ta'ee jiraachuu kan hawwu hundinuu ari'atamuuf jira.”
— 2Xim. 3:12
28/12/2022
Dhugaa dhagahuu fi Wangeela Mootummaa Waaqayyoo barachuu yoo feetan toora kana like fi share gochuu hin dagatinaa.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Address
Addis Ababa