Prophet Abdii Birhanu

Prophet Abdii Birhanu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Prophet Abdii Birhanu, College & University, Addis Ababa.

Photos from Prophet Abdii Birhanu's post 25/07/2025

2 Yaa michuu ko! Akkuma karaa lubbuu sitti tole, karaa hundumaan akka sitti tolu, akka ati fayyaa taatus nan kadhadha.

05/04/2024

.namni jallatu muca Waaqayyo ta'a.Jaalala jechuun akka abboommii Waaqayyootti jiraachuu dha; akkasitti akka jiraattaniif, abboommiin jalqabaa jalqabdanii dhageessan isa kana.
2 Yohannis 1:6

21/03/2024

Hamman dhaga'e fi Arge.jedha yohannis iji hafuura Kenya banamnan fago argu dandenya.Yohannis wanta Waaqayyo dubbate, Yesus Kristos isaaf dhugaa ba'uu isaa, hamma dhaga'ee fi hamma arge dhugaa ba'eera.
Mul'ata 1:2

14/03/2024

Qurxummin foon miti?Namni abbaa amanti yoo ta'e yesusin lammaffa fannisa yo amanate garuu inni fakkatti ilma waqayyoo ta'a.Abbonni amanti seraa qofa ilalu kanaf wa'e seraa qofa lallabu.Uummanni biyya Kenya in somna jedhe mana dhugatirraa nanna'ufi foon qurxummi nyatu isan namota serati malee namota amanti ta'u in danda'an.kalas

13/03/2024

Karaa Fayyina:karaan fayyina Waaqayyoo dhala namaf qophesse tokko qofa innis kristos yesus dha.karaa yesus malee fayyinni argamu tokkoo injiru.

02/03/2024

Egaa warri amanan, Abrahaam isa amanee wajjin in eebbifamu.
Galaatiyaa 3:9

25/02/2024

Hawwaan Boraanaa

23/02/2024

Dubbii nuyi dhageenyee, beekuu bira geenyes,
isa abboonni keenya nutti himan,
Faarfannaa 78:3

21/02/2024

Konfirensii Hafuura Tokkummaa waldoota G/Boraanaa magalaa Dubuluqin kan qopha'ee.Nannoo sanatti kan argamtan.Bule hora,moyale,yabelloo,akkasumas gandoota Aanaa dubuluqi.irmattu ebbaa saganticha akkaa tatan jalalaa Waaqayyoon sin affeerraa.

18/01/2024

Anaaf jettanii hundumaa biratti in jibbamtu; namni hamma dhumaatti rakkina obsu garuu in fayya.
Maatewos 10:15, 22

01/10/2023

Egaa Waaqayyoon barbaaddadhaa,
jiraadhaas! Kanaa achi inni akka ibiddaatti
mana Yoseef irra in bu'a, xaph in godhas;
Bet'el irraa kan dhaamsus hin argamu.
Amos 5:6

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Addis Ababa