21/12/2025
Faarfanna keenyaa itti eebbiffamaa youtube erege media irraa seenaa
NUUF QOPHAA'EE JIRA | BARATTOOTA MADDA WALAABUU | EGEREE MEDIA
ONLY ON EGEREE MEDIAEgeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially su...
19/11/2025
Dhugichaa isaa fannoo irraatti dhiigeen obboloota tanneen nutiiπππππππ!
29/10/2025
Big shout out to my newest top fans! Hannaa Mekonin, Daanii Didhaa
17/10/2025
With Gospel Singer Adugna Gelan Page β I'm on a streak! I've been a top fan for 10 months in a row. π
08/10/2025
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Elubabor Buno, Mohiiboon Qeerroo Cobii, Chara Tashoma
18/09/2025
Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all your support! Abdi Megersa
09/09/2025
Ijjoollummaa irraa jalqabee hangaa har'aati immimaan biyyaaf coobe.
31/08/2025
Baga gammaddee ilmaa Abbaa Gadaa Uummata kee waliin
23/08/2025
Har'aa Hiriyyaa koo akka Obboleessaatti jiruuf jieenya meeqaa waliin dabarsine guyyaa eebbaa isaati isaa biraatti argamne hiriyyoota waliin waliif gammadaa turee . Yaa waaqayyoo gooftaa koo baga Hiriyyaa yeroo gammachuu fi gadda walii wajjiin jiraatan nu goote . Kisa koo congratulations
Alammayyoo koo atis anis bagumaa yeroo akkasii waliin dabarsinee.
Camera man keenya: D&A