Bona Ararsa Tulu

Bona Ararsa Tulu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bona Ararsa Tulu, College & University, Shoa, Addis Ababa.

19/08/2021

"Siidaa koo irratti maal barreessituu?๐Ÿค”

๐Ÿค— Guyyaa tokkoo namicha tokko daw'iidhaf gara Amerika deeme biyyicha kessaa oliif gad deemee ergaa dawwatee booda dhumaa irratti siidaa awwalaa nama dawwachuuf warra isaa daw'achisaan waliin mooraa awwalaa tokko seene mooraan sun bayyee baredaa siidawwaan halluu midhagaan kulamanii heddutuu kessaa jiruu
Barrefamonni siidaa saan irratti barrefaman garuuu namichaatti bitaa itti galan. Wantoota dubbisee amanuu hin dandeenye, isaan kessaa murasaa kan armaan gaadit
" piroofeeser Joon Heneriii , dhalatanii waggaaf ji'a jahaatti du'aan "
"Dr. Deev waaysoong , dhalatanii waggaa afuritti du'aan
" Kappiteen Ruut Thomas, dhalatanii ji'aa saddeetitti duhaan addunyaa kanarraa addaa bahan *

Barreffamoota kaanad kanneen ergaa dubbisee booda bayyee dinqisifachaa garaa daw'achisaa isaa deemun gaaffii gaafate
"Ani kanin jeedhu ". Itti fufa
Osoo isin tahee maal jettu laata
๐Ÿ˜Žshare,like godhaa kutaa itti ๐Ÿค—
Source

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Shoa
Addis Ababa