24/12/2025
Elellee biya koo
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Elellee biya koo, School, Elellee, Adama.
24/12/2025
Amiiiiiiiiiiiiiiiiin n
05/12/2025
ITTI KA'EE RAKKISE!
"Qaamni saalaa koo halkan ka'aa bula ganamas na dura ka'a. Kun rakkoo fayyaa ta'uu danda'aa?"
**********************************************
Qaamni saala dhiira ga'eessa tokkoo halkan tokkotti yeroo 3 hanga 5 ka'aa. Yeroo ka'e kana daqiiqaa 25 hanga 35 tura. Yeroo tokko tokkos odoo karaa deemanii, odoo taa'anii, odoo nama wajjiin dhaabbatanii, odoo walga’ii gaggeessaniifaa wanni miira/fedhii namatti kaasu tokko odoo hin jiraatin cal jedhee dhaabbachuu danda'a. Ganama Ganamas hormooniifi dhiigni qaama saalatti yaa'u waan dabaluuf ka'ee dhaabbata. Kun fayyummaa waan ta'eef qaana'us ta'ee baayyee cinqamuun hin barbaachisu. Yeroo inni ka'e kanatti dhoksuuf olii gad mimicciirun, ol deebisanii qabattoon/waraansilleen hidhuun qaama saalaa keessan rakkoof saaxiluu danda'a waan ta'eef gocha akkasii irratti raawwachuun hin barbaachisu. Hojiin isaa ka'uudha waan ta'eef ka'uun fayyummaa yoo ta’u ka'uu diduun ammoo rakkoo fayyaati. Garuu ka'ee sa'aa 4 ol yoo kan turu ta'e rakkoo fayyaa ta'uu waan maluuf gara mana yaalaa deemun barbaachisaadha.
*******************************
Ulfaadhaa! Fayyaa ta'aa!
Telegraama irraatti Hi jedhaa...❤
👇
https://t.me/gr_kjhg6jflxvv
https://t.me/gr_kjhg6jflxvv
02/12/2025
Dhugaawwan Walqunnamtii Saa-laa [S£X]
👉 https://t.me/drhoneliat12em
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Dhiirri tokko yeroo ispeermii dhangalaasu seeliwwan buuphaa cabsan miliyoona 300 ol gara qaama dubartii seena, garuu tokko qofatu buuphaa cabsa.
Dhiirri tokko yeroo ispeermii isaa dhangalaasu qixa nyaata isaa guyyaa afurii balleessetti lakka'ama.
Waanuma warri dulloome waa'ee s£x hin yaanne sinitti fakkaachuu danda'a, garuu dhugaan jiru akka himutti jaartiwwan addunyaa kanarra jiran sadi keessa tokko guyyaatti waa'ee s£x ni yaaddi, ni hawwitis.
Uummata addunyaa kanarra jiru keessaa parsantii 5% qofatu guyyaa guyyaan s£x godha; parsantiin 20% guyyaa lama lamaan s£x akka godhan ragaan arganne ni mul'isa.
Addunyaa kanarraa biyyi s£x yeroo baay'ee godhuun beekkamtu Giriiki( Greece).
Dhiirri kamiyyuu jiddugaleessan yeroo 50 ol abjuudhan yeroo s£x raawwatu ni arga.
Dhiironni fufurdaan dhiira qal'aa caala dachaa sadi s*x gochuu irra ni turu.
Dhiirota lafarra jiran keessa parsantiin 95% ol ma********on(fedhii ofiin ofbaasuu) ni raawwatu; Dubartoonni immoo parsantiin 75% ol ma********on ni rukutatu.
Biyya Ameerikaatti warri wal fuudhan sireetti aansee konkolaataa isaani keessatti s£x raawwatu.
Ummanni Itoophiyaa(anaaf si dabalatee) iddoo 'google search' jedhutti jecha 's£x' jedhu yeroo baay'ee search gochuun biyya isaani addunyaa irraa sadarkaa arfaffaa qabachiisaniiru.
Dhiirri fiilmii s£x normal kan ta'e qofa yoo laale fedhiin isaa ka'uu danda'a; Dubartoonni garuu waanuma fedheen itti dhaabbachuu danda'a, fakkeenyaf yeroo goodatti sareen walgootu, harreen walkortu fi k.k.f yeroo argan shamarran fedhiin isaanii itti ka'uu danda'a.
Dubartiin kamiyyuu jireenya ishee guutuu dhiira durbummaa ishee galaafate hin irranfattu. Kan nama aja'ibummoo nama biraatti heerumtuyyuu isa durbummaa ishee fudhate gaafa inni ishee waame kan hin dinne ta'uu ishiiti.
Galatoomaa, share waliif gochuu dandeessu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Elellee
Adama