:-
==============================
1.Xiyyaara kan balaliise =>Asfawuu Alii
2.Dubartiin Jeettii waraanaa Su-27 balaliiste =>
3.Dubartiin Jeettii balaliisuun jeetti diinaa qilleensa irraa buuste=>Asteer Tolasaa(Addunyaa irraayyis dubartii jalqabaati)
4.Ogeessa fayyaa kan ture =>Warqinaa Isheetee
5.Raadiyoodhaan oduu kan dhiyeesse =>Kabbadaa Mikaa'eel
6.Dubartiin karaa fooddaa Tv oduu dhiyeessite =>Illeenii Makuraa
7.Baankiin dubartootaan huddeeffame =>Baankii Innaat
8.Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa kan ture =>Habta Giyoorgis Dinagdeeti.
9.Abbaa Waraana Ammayyaa =>Meejar J/Mulugeetaa Bulii
10.Mana barumsaa Ammayyaa jalqabaa =>M/B Minilik II
11.Daandiin Asphaaltii jalqabaa =>Finfinnee-Amboo
12.Fiilmiin jalqabaa =>Hiruut,Abbaan ishee eenyu?
13.Fonqolcha mootummaa kan qindeesaan =>Mangistuu Niwaayi fi Girmaamee Niwaayi
14.Abbaa Tiyaatira Ammayyaa kan ture =>Looret Tsaggayee G/Madiin
15.Abbaa ogummaa aartii =>aartist Afawarqi Taklee
16.Dubartiin Hoggaantuu paartii siyaasaa turte =>Burtukaan Miidhaksaa
17.Dubartiin Hoggaantuu Ministeera Barnootaa turte =>Gannat Zawudee
18.Ministiriin kutaa 6 barri eegale =>1938
19.Ministiriin kutaa 8 barri eegale =>1940
20.Qormaanni Maatirikii barri eegale =>1944
21.Muummicha Ministeera kan ture =>Akliiluu Habta Waldi
22.Kantiibaa jalqabaa kan ture =>Bitwaddad W/Tsaadiq
23.Dubartiin xiyyaara balaliiste:Mulu-immabeet Immirruuti(Afrikaa irraas dubartii jalqabaati)
24.Gaazexaan jalqabaa =>A'imiroo(Aimiro) dha.
Kan hafe itti dabalaa.
:kanan dubbise irraa
kan:
Digelu Secondery School
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Digelu Secondery School, School, Digelu, Adama.
Fuuruun, dafqi ykn hojiin ulfina/kabajaadha malee abaarsa ykn cubbuu dallansuu waaqaa irraa dhufee miti.
Guyyaa Dafqaan Bultoota Adunyaa baga geessan
Labor is not a curse or a sin resulted from the fall of Eden. It is a respect and sacred human values. Happy International Labor Day.
ሥራ እርግማን ወይም ከገነት የስባረረ የፈጣሪ ቁጣ አይደለም። ሥራ ክብር ፣ የሰው ልጅ የእድገት እና የስልጣኔ መሠረት ነው። እንኴን ለዐለም ኣቀፍ የላብአደሮች ቀን ኣደረሳቹ።
Bloom’s Taxonomy
Developed in the 1950s by Benjamin Bloom and colleagues, the taxonomy was originally designed to provide educators with a systematic way to classify educational goals, objectives, and assessments. The framework helps in designing curricula that guide learners through increasingly complex levels of thinking. In its revised form, Bloom’s Taxonomy is typically divided into three broad domains:
Cognitive Domain: Involving mental skills (knowledge).
Affective Domain: Involving emotions, attitudes, and values.
Psychomotor Domain: Involving physical skills.
This discussion focuses primarily on the cognitive domain, which has been most widely adopted in educational settings.
Hierarchical Levels in the Cognitive Domain
Bloom’s Taxonomy organizes cognitive skills into three main tiers: lower-order, middle-order, and higher-order thinking skills. These tiers are:
1. Remembering and Understanding
Remembering:
This is the most basic level of cognitive processing, involving the recall of facts, terms, basic concepts, and answers. Examples include listing, defining, or recalling information.
Understanding:
Beyond mere recall, understanding implies that the learner can explain ideas or concepts. This may involve summarizing information, interpreting meaning, or describing relationships between ideas.
Key Features:
Foundation for Learning: These skills are the building blocks for more complex cognitive processes.
Focus on Content Acquisition: Emphasis is on ensuring that learners have a solid grasp of factual knowledge and fundamental concepts.
Educational Strategies: Activities such as lectures, reading assignments, and straightforward quizzes are effective at this level.
2. Applying and Analyzing
Applying:
At this intermediate level, learners use the information they have acquired to solve problems, complete tasks, or engage in practical activities. It involves transferring theoretical knowledge to practical scenarios.
Analyzing:
Analysis requires learners
Arsi University and Siinqee for Gender Equality Sign Collaborative Agreement
January 29, 2025
In a step towards enhancing gender equality and women’s empowerment, Arsi University has signed a collaborative agreement with Siinqee for Gender Equality in Social and Development (SGESD). This partnership, initiated by the College of Social Sciences and Humanities at Arsi University, aims to address critical issues affecting women in the region.
Siinqee for Gender Equality, a local NGO based in the Digelu and Tijo Woreda of the Arsi Zone, focuses on key areas such as women's economic empowerment, mitigating gender-based violence, and supporting female students in their educational journeys.
The collaboration aims to enhance joint research efforts, share knowledge and expertise, and pool human and physical resources to address critical issues facing women today. Both parties emphasized the importance of working together to tackle women's problems, particularly in the realms of education and gender-based violence.
During the signing ceremony, Dr. Mustefa Bati, Academic Vice President of Arsi University, represented the institution, while Mrs. Gifti Yune, Chief Executive Officer of SGESD, signed on behalf of the organization. Participants from both sides expressed their commitment to translating the signed agreement into actionable initiatives that will benefit women and communities alike.
This partnership marks a promising development in the ongoing efforts to promote gender equality and empower women, ensuring that female students receive the support and resources necessary for success in their educational journeys.
Like Our Star Athletes; Excelling Professionals!
🩺🩺🩺🩺🩺🩺🩺🩺🩺🩺🩺🩺🩺
/GALESSA_MILKII
🔬🔬🔬🔬🔬🔬🔬🔬🔬🔬🔬🔬🔬🔬
Dhaabbanni keessan Kiliinikni G/G Milkii Magaala Saagureetti, "waa isin hin dhibin, dhibamnaan isiniif jira" jedha.
Kiliinikni Giddu Galessaa Milkii Meeshaalee yaalaa hammayyaa fi Ogeessota ogummaa cimaa fi muxannoo dheeraa qabaniin haala kenniinsa tajaajila fayyaa hawwataa fi qulqullina qabuun magaalaa Saagureetti tajaajila kennuu erga eegalee oolee bubbulee jira.
Qorannoolee fi Maashinoota Kiliinika G/G Milkiitti argaman keessaa:
1️⃣
Maashina Qorannoo Ulfaa fi meeshaalee garaa keessaa.
2️⃣ (Hematology analyzer)
Maashina qorannoo seelii dhiigaa guutuu lakkaayu.
3️⃣ (Electrocardiography)
Maashina qorannoo Onnee haala sochii elektiriikaa.
4️⃣
Maashina dalagaa Tiruu fi Kalee, akkasumas hamma Sukkaaraa fi Koolestiroolii qaama keessaa fi albuudota qaamaa kan biroo qoratu.
5️⃣ fi Yaalaa dhibee daddarboo
6️⃣ guutuu dhibee keessoo daa'immanii fi haawwotaa.
7️⃣ Meedikaalaa guutuu
8️⃣ Gorsaa, qorannoo, ittisa fi waldhaansa dhibee tiruu
9️⃣ fi yaala dhukkuba garaachaa fi Mar'imaanii
🔟 fi yaalaa dhukkoboota sombaa
1️⃣1️⃣ fi yaala dhukkuba onnee, sukkaaraa, dhiibbaa dhiigaa, dhukkuba Nervii fi Bowwoo mataa
1️⃣2️⃣ fi yaala dhukkuba dugdaa fi buusaawwan lafee
1️⃣3️⃣ fi yaala dhukkuboota itituu dhiigaa
1️⃣4️⃣ fi yaalaa dhukkoboota sirna hoormoonii Doktoroota ispeeshalistota qofan nu biratti argattu.
Hawaasni keenya magaalaa Saaguree fi naannawa ishee hundi; koottaa tajaajila qorannoo fi yaalaa fi qulqullina qabu argadhaa. Fayyaa hin dhabinaa, isin dhibnaan isiniif jirra jedha kilinikni Jiddugaleessa Milkii.
Fayyaan Faayamaa!
/Galeesa Milkii!
: keenya magaalaa
Saguree, Asphaaltii irra Masjiida Badrii Cinaa.
Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa 0905490049
0986661814 irratti bilbiluun nu argachuu dand
31/05/2024
Caamsaa 23/2016
# # # # # # # # # # # # # #
Godina Arsii Aanaa D/Xiijoo maaybaasa Digaluutti Eebbi Ga'eessootaa dhi=1273 dub=634 w/q=1907 ta'anii bakkaa hoggantoonnii Godinaa fi Aanaa argaamaniiti adeemsifame jira.
¶
√ Namoonni tokko tokko umrii waggaa 22tti Digiriidhaan eebbifamanii, hojii gaarii argachuuf waggaa 5-10 eegu.
√ Namoonni tokko tokko umrii waggaa 25tti Gaggeessaa Ol'aanaa ta'anii umrii waggaa 50tti addunyaa tana nagaa itti dhaamatu. Tokko tokko immoo, umrii waggaa 50tti Gaggeessaa Ol'aanaa ta'anii umrii ganna 100 jiraatu.
√ Namoonni tokko tokko mana barumsaa hin beekan, Manni barumsaas isaan hin beeku, garuu jireenya baay'ee bareeda jiraatu. Tokko tokko immoo, Sadarkaa barumsaa hunda fixanii jiru, garuu jireenya gammachuu qabu hin jiraatan.
√ Namoonni tokko tokko ammayyuu jireenya leexaa (single) jiraatu, kan inni/isheen dur waliin baratan immoo Akkayoo fi Akaakayyuu ta'anii jiru ta'a.
waggaa 55tti Soorama bahe, immoo umrii ganna 78tti Pirezedaantii Ameerikaa ta'e, ammas umriin isaa ganna 81tti Pirezedaantummaa itti fufuuf morkachaa jira.
Namni hunduu hiree mataa isaa jiraata.
Namoonni naannoo kee jiran tokko tokko kan si duursan, kun immoo dubduuba kee kan jiran sitti fakkaachuu danda'a. Haa ta'u malee, hunduu dorgommii isaanii, yeroo isaaniif kennametti fiigaa jiru. Tasuma itti hin inaafin!!
Atis jireenya kee, isaanis jireenya isaanii jiraachaa jiru.Kanaaf, gammadi, wanta gochuu qabdu godhi.
Ati hin barfanne.
Ati hin ariifanne.
Atis, Innis, Isheenis yeroo isiniif kennameen deemaa jirtu.Falaasamaa Idaa Amu godhi..! Galatoomaa!!!
10/02/2024
Waan boruu hin Gabine har'aa hojjadhu.
■Seenaa garaa nama nyaatu.
Suuraa armaan gadiitti argitan kana namni hedduun dirree FB irratti arguun isaa beekkamaadha.
Seenaa suuraa kanaa:_ Suuraan kun bara 1993 Akka Lakkoofsa Girigooriyaaniitti yeroo beelli biyya suudan miidhee san kan ka'eedha.Daa'imn suuraa irra jirtu tun dubartii sababa beelaatiif du'a waliin qabsoo qabdee jirtuudha.Rumichi(Volture) suuraa irratti argitan kun nyaachuuf hanga isiin duutuuf eeggachaa jira.
Namni suuraa kana kaase keeviin kaarter gaazexeessaa suuraa beekkamaa lammii Afrikaa kibbaati.Suuraan kun addunyaa irratti beekkamtii argachuun keeviiniif badhaasa argamsiisee jira.Haa ta'u malee keeviin sababa suuraa kanaatiin beekkamtii fi badhaasa argatee baatii 4 booda ofitti gadduun ofi ajjeesee jira.
Sababni akka inni ofitti gaddu isa godhe bilbilaan gaaffii kan gaafatame yoo ta'u gaaffichis akkas jedha." Erga suuraa kana kaaftee booda daa'imattiin suun akkam taate?" kan jedhu ture.Deebiin isaa "ani yeroo san ariifadhee waan tureef akkuma suuraa kana kaaseen achii deemee maal akka taate hin beeku.Garuu Rumichi lamaa daa'imattii bira taa'aa turuu isaa nin yaadadha." jechuun deebise. Kanuma irraa ka'uun maal qaba silaa gaafa san daa'ima san osoo Rumicha jalaa fuudhee jiraadhee jechuun osoo ofitti gaddu booda irra sammuu isaa dhiphisee akka ofi ajjeesu godhee jira.
◇ Namni yeroo baay'ee beekkamtii isaatiif malee namoomaaf bakka hin qabu.
◇Dukkubbii fi rakkoo nama biroo akka bashannanaatti fudhachuu.
◇ Osoo ana ta'ee jedhanii yaaduu dhabuudha.
★Dhuma irratti Waan Jechuu Barbaadu Yoo jiraate, nama kamiiyyuu yeroo isa barbaachisutti waan gochuufii qabdu godhiif.
Madda:_Afirca update
Kibaata Ebbisaa Bayisaa irraa.
15/09/2023
#ዛሬስ ❓
ሁለት ወጣት ሴቶች ግማሽ አካላታቸውን ብቻ የሚሸፍን ልብስ ለብሰው ስብሰባ ቦታ ደረሱ ይህ የስብሰባው መሪ የተናገረው መልዕክት ነው
በጥሩ ፈገግታ ተመለከታቸውና
እንዲቀመጡ ጋበዛቸው
ከዚያም እነዚህ ሴቶች በህይወት ዘመናቸው ሁሉ ሊረሱት የማይችሉት መልዕክት ተናገራቸው ፣ ትኩር ብሎ ወደ እነሱ እያዩ እንዲህ አላቸው፣
"ሴቶች ፈጣሪ የፈጠራቸው በጣም አስፈላጊ ነገሮች ሁሉ በሚገባ የተሸፈኑ እና እንዲሁም ለማየት እና ለማግኘት
ብዙ ጥረት የሚጠይቁ ናቸው።
፩ኛ ፦ አልማዞዎችን የት ነው የምታገኙአቸው ?
ከመሬት በታች ከብዙ ጥልቀት በሗላ
ተሸፍነውና ተጠብቀው ።
፪ኛ ፦ ሉሎችን የት ነው የምታገኙአቸው? ከውቅያኖስ
በታች ከብዙ ጥልቀት በሗላ ተሸፍነውና በሚያምር
ሼል ተጠብቀው ነው ።
፫ኛ ፦ ወርቆዎችን የት ነው የምታገአቸው ?
ከማዕድናቶች በታጭ በትላልቅ ድንጋዮች ተሸፍነው
ነው ። እነሱን ለማግኘት ወደታች በጣም ብዙ ርቀት
ጠንክራችሁ መቆፈር ፣ መስራት እና መፈለግ አለ
ከዚያም ፊታቸውን ትኩር ብሎ እያየ ንግግሩን ቀጠሉ የእናንተ ሰውነት አስፈሪና ልዩ ነው ። የእናንተ ሰውነት ከአልማዝ ፣ ከወርቅ እና ሉሎች የበለጠ ውድ እና ማራኪ ነው ። ስለዚህ እናንተም በሚገባ ልትሸፈኑ ይገባል ሰውዬው ቀጠለ ፣ ይህንን ውድ ሃብታችሁን ልክ እንደ
አልማዝ እና ወርቅ በሚገባ ከሸፈናችሁትና በቀላሉ
እንዳይገኝ ካደረጋችሁ ታማኞች እና አስፈላጊውን የማዕድን ማውጫ መሳሪያዎች ያላቸው ማዕድን አውጪ ድርጅቶች እናንተን ለማግኘትና ለዘመናት የማዕድን ማውጣት ሥራቸውን ለመስራት ወደ እናንተ ይጎርፋሉ ።
በመጀመሪያ ከሃገራችሁ መንግስት ( ቤተሰባችሁ) ጋር
ይገናኛሉ ፣ ፕሮፌሽናል እና ህጋዊ ፊርማ ( ህጋዊ ጋብቻ ) ይፈራረማሉ ። ነገር ግን ይሄንን ውድ እና ማራኪ ሃብት በሚገባ ባትሸፍኑት እና ባትጠብቁት ሁልጊዜ ህገወጥ ማዕድን አውጪዎች ወደ እናንተ እንዲመጡ እና ውድ ማዕድናችሁን በህግ ወጥ መንገድ እንዲያወጡት እነሆ ትማርካላችሁ ። ከዚያም ምንም ሳይጥሩ እና ሳይደክሙ በቀላሉ ውድ ሃብታችሁን ይወስዳሉ ማለት ነው ። ስለዚህ ሴቶች እባካችሁ ሰውነታችሁን በሚገባ ሸፍኑ ።
ስለዚህ እስቲ ሁላችንም ሚስቶቻችንን፣ ጓደኞቻችንን እህቶቻችንን እና ልጆቻችንን ሰውነታቸን በሚገባ ልብስ እንዲሸፍኑ እና እንዲከበሩ እናስተምራቸው ። ከማንበብ ሙሉ ሰው ያደርጋል
ፈጣሪ በአንድም በሌላም ያስተምራል
ሰው ግን አያስተውልም
GOSA D, [08/09/2023, 15:55]
[Photo]
Baankiin Daldala Itiyoophaa Damee Digaluu barattota harka qalleeyyiif dabtara datzana 13 fi qalama pakkeetii 2 Arjoomee jira.Digaluu sad.2ffaa
GOSA D, [08/09/2023, 15:55]
[Photo]
GOSA D, [08/09/2023, 15:55]
[Photo]
Barattoota Firii kutaa 8ffaa qabxii gaarii galmeessuun Bultii Addaa Dorgommuf Qophii irra jirtan maraaf!
Gosti barnootaa qormaata irratti isiniif dhiyaatu ja'a(6) isaanis:-
-Herrega
-Fiiziksii
-Baayiloojii
-Ingiliffaafi
-Afaan Oromooti.
Tokkoon tokkoon gosa barnootaa gaaffii 20 haga 25 qabaachuu danda'a.
Afaan Oromoo gosa barnootaa kaan waliin wal bira qabnee, yoo madaallu xiqqoo ni ulfaata, bakka duwwaa guutuu 12 ol qaba, dubbiin qolaa ammoo haga gaaffii 6 ta'a, maaliifuu barataan kitaaba dabalataa furtuu sirnaan dubbise, firii gaarii galmeessa.
Dubbisa keessatti ammoo bakka duwwaa guutuun 10 haga 12 dhufuu danda'a. Gosti barnootaa Ingiliffaa gaaffii 25 ture, Grammer, Vocabulary, Conversation(Waliin dubbii) fi Paragraph' dha.
Gosti barnootaa martuu Kitaabuma barataa irraa ba'a, tarii gaaffiin 1 yookiin 2 barnoota akka Baayiloojii keessatti beekumsa walii galaa irraa dhufuu danda'a.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Telephone
Website
Address
Digelu
Adama