Nuredin Mohamed

Nuredin Mohamed

Share

this is an official page Street beyond the salivation

14/11/2019

Fake news alert
Ammas oduun sobaa ittii fufeera .
Maalii yaa jarana jaalallii dhara kun garam isiin oofaa jira?
Of eeggadha !.
Maalumman keessan guutuun Harkaa keenya galeeraa.
Guyyaa muraasa qofa soba hafarsita

14/11/2019

OLOLLLII kijibaa itti fufeera
Oduu sobaa rabsuun safuudha.

14/11/2019

Kayyoon page kanaa hokkora uumudhaan rakkoo uumamu hundaa gara Amantaattii jijjiruudhaaf .
Namichi Kana baane eluminaatii jedhama ofii Amaantii hin qabu Amantii isiin dhabsiisuufii
Please be take care. Ante eluminaatii

14/11/2019

Warrii mannii Amantaa Ortodoksii gubate jettanii kijiba hafarsaa jirtan off eeggadha.
Kana boodaa dinni Oromoo isiin qofa.
Namni Oromoo ta'ee Oromoo irrattii Ajandaa shira xaxxoota ykn kayyoo harcaatota geggeesu yoo jirate seenan wal gaaffanna .
Of beekii foon kee nyaacha jirta.

12/06/2019

The Ethiopian people have holly country

02/01/2019

LIKE SHARE THIS PAGE FOR ANY INFORMATION

Photos from Nuredin Mohamed's post 02/01/2019

Amazing

10/11/2017

kayyoo mootummaa addunyaa tana hundii feedhii ofii qofa guuttachuuf warra socho'u qofa. maaliif jennan kunoo numa bira jirti Ummata Oromoo saba guddaa kana wayyaneen qabeenya isaa saamuuf dhakaa garagalchiin hin qabdu garuu abshalummaa uummata oromoo akkattii garaa ishee waaliin dhahee .amma booda kayyoon kiyyaa ta'ee hawaasa Oromoo hundaa Oromiyaa of dandettee gantummaa wayyanee jala baasuu. qabsaa'an nikufa qabsoon itti fufa
itti ansee
yaa rabbii
yaa rabbii
ni dhageeta ammas hundaa hojii isaa argita
Ergamtuu wayyannee Gololcha keessa
jala deemtun wayyannee sadarkaa mana barnootattii kibija fi nama xixuu hin dhabnee nama meeqatu hojjii isaan ii osoo arginu obsa jirra

of eggannoo nama ergamtoota wayyannee Aanaa gololchaa keessa jiran hundaa
1 wanti isiin hin baasne irra harka fudha
2 hojikeessaan hojjedha

07/11/2017

Oromoo people change false democrace from Oromoo regional thanks allah for our freedom

25/06/2017

the great religious followers doesn't think about this world only think for hayatul jennat

25/06/2017

Aselamu'aleykum warehmatullahi wabarakut ? for all Muslims umma and all my friends

27/09/2016

I am determined to be cheerful and happy in whatever situation I may find myself for I have learned that the greater part of our misery or unhappiness is determined not by our circumstance but by our disposition

hhappiness is not something ready made it comes from your own actions

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Post Street Adama City
Adama