Nibraas jamaal
May people is Good popile
Nabiyyii
Qabeenyi Ardii kanaa lubbuu ilma namaa tahuu nu barsiise irratti
Salawaata buusaa
Yaa RABBI ummata Wolloof birmadhu.
Si malee homaa hin qabanii humna nuuf tahiif.
Xiqqaatus Ummata Wolloo du'aa'iin bira dhaabbadhaa !
Du'aa'iin humna guddaa dha.
" Gubbaa dachee jiraatuu nu dhoorkanis,jala isii jiraachuu hin dadhabnu " jedhan Goototni Wolloo..
Yaa ALLAAH
Ramadaanni dhiyaate..
Yaa RABBI wal jala nun dabarsin !!
27/01/2023
Warri osoo balaa kanaaf furmaata godhuu dandeessan afaan qabattanii teessan hunduu: Gaafii RABBII fi dhalootaa jalaa hin baatan.
Biyyi teenya yoomii as kasaaraa sadarkaa kana gahe cal'isee walirratti laaluu eegale ?!
Ummata osoo kuun achii dhiigu,kuun asii sirbu wajjiinis RABBIIN nu uumee jira!
Hayyuun dur ummataaf fala ta'ee ummataaf iyyus,dhimma dhuunfaa isaatiif cal'isuu filatee jira !!
Osoo Gootota wolloo ta'uu baatee...
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
Adama
OK